23/05/2026
Badhaadhina Filachuun ;-👍💖
âś…Federaalizimii sab dandeessa filachuudha!
âś…Kabaja lammiilee filachuudha!
âś…Obbolummaa Filachuudha!
âś…Sab-daneessummaa Filachuudha!
âś…Wal Qixxummaa Filachuudha!
âś…Bilisummaa Filachuudha!
âś…Badhaadhina Filachuudha!
âś…Itoophiyaa Sa_bdaneettii, Af-daneettii, Aad_daneetti
filachuudha!
Abdi Ahmed Mohammed