Sultan Bin Ismael

Sultan Bin Ismael Teacher

04/08/2026

Bu'aaf Jedhanii Safuu balleessuun Gowwummaadha.

04/08/2026

Balaa Zabanaa jalaa Najaa Nu baasi.

04/08/2026

Waliin nuhaa milkeessu.

04/08/2026

Bareedina Haalaa fi Amalaa siif haa kennu.

04/08/2026

Tasa Milkaa'uu Carraa kee siif haa godhu.

04/08/2026

Yaa Rabbii Milkaa'ina hawwinu hunda Beellamaan malee ammumatti nu milkeessi.

04/08/2026

Yaa Rabbii Toltuu wajjin nu oolchi
Hamtuu Addaan nu oolchi
Barcaa gaarii isiniif haa tahu

04/08/2026

Yaadaa fi Muraada kee siif haa guutu Rabbiin

04/08/2026

Rakkoo Ammatti harkaa si qabdu Ammumatti sihaa furu

04/08/2026

Gadda Kaleessaatiif har'a Qalbii hin cabiin
Gammachuun kee carraa har'a ati of harkaa qabduudha.

Address

Gelemso

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 00:00 - 00:00
Wednesday 00:00 - 00:00
Thursday 00:00 - 00:00
Friday 00:00 - 00:00
Saturday 00:00 - 00:00
Sunday 00:00 - 00:00

Telephone

+251932925646

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sultan Bin Ismael posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Sultan Bin Ismael:

Shortcuts

Share