04/01/2020
Hayyoonnii fi ulma'onni musliimaa gubachuu masjiida naannoo Amaaratti raawatame irratti gaafii mirgaa gaafatameef mootummaan maal akka godhaaruu fi jedhaaru gurra keenya fi ija keenya isinitti qabnee isin eegarra maaltu jira? maal jedhaartu?