Mohammed Ame Abrahim

Mohammed Ame Abrahim Author

02/08/2026

With Anuwar Jemal – I just got recognized as one of their top fans!

31/07/2026

"Amalli gaariin bu'uura kabajaa ti; naamusni gaariin immoo balbala amanamummaa, milkaa'inaa fi hoggansa gaarii namaaf bana."

25/07/2026

■ Investing in your child's education is never a wasted effort. Ijoollee kee barsiisuuf maallaqaa( qabeenyaa ) fi humna kee aarsaa gochuun ,goonkuma kisaaraa fi qisaasama hin jedhamu.

25/07/2026

■ A Tiger doesn't lose sleep over the opinion of the sheep. Qeerransi sodaa Hoolaatiif hirriiba hin dhabu.

25/07/2026

:
• Ga'umsaa fi dandeettii barsiisaa fooyyessuu.
• Naannoo barnootaa mijataa fi madaalawaa ta'e uumuu.
• Milkaa'ina barnootaatiif mul'ata gabbataa hojiin mirkanaa'uu danda'u qabaachuu.
• Dhaabbilee barnootaa kamiyyuu keessatti miiraa fi ilaalcha walqixxummaa dagaagsuu.

25/07/2026

■ tanarratti bakki milkaa'inni osoo waan tokko hin hojjetiniin duratti itti argamuu danda'u, hiika jechootaa qofa keessatti.

23/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Naciimo Maxama Xasan, Aden Haji

10/04/2026

■ ,jijjiirama adeemsa jireenyaa keessatti si mudatu hunda ni sodaatta. Daftee jijjiiramatti madaquun jijjiiramicha irraa fayyadamoo ta'uuf,keessi kee ofitti amanamummaa hin qabu. Kanaaf,jijjiirama si qunname hogganuu caalaa jijjiiramichaan hogganamuu filatta.
Kanaafuu,jireenya kee keessatti jijjiirama si mudatu kamuu akka hin sodaannee fi jijjiiramni si qunnamu kamuu si miidhuu akka hin dandeenye tahuu yoo barbaadde, yeroo mara beekumsaa fi dandeettii kee gabbisuuf waan haaraa barachuuf tattaaffii sirrii gochuu hin dhiisin.

09/02/2026

With Kilinika Qoricha Aadaa Zamzam – I just got recognized as one of their top fans!

Address

Doba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Ame Abrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category