Abdurahman Hamid

Abdurahman Hamid

Share

Barata

19/06/2026

hunda jala cehuun nu nufisiifte
hin ceenu gana ni dhaabbana

Photos from Abdurahman Hamid's post 19/06/2026

madaa kakeeysaratti arraas dabalamee
qalbii teenya cabsee yaanni dabalamee

17/06/2026

بينما اغلب الناس تسعى وتتخبط وتلهث وراء النجاح في هذه الدنيا تعال اعطيك ثلاثه اسرار تجلب لك النجاح الحقيقي بين يدي الله سبحانه وتعالى وتجعلك من اهل الجنه الجنه التي نعيمها لا ينفد وموضع سوطك فيها خير لك من هذه الدنيا وما فيها فاحفظ عني هذه الثلاثه الاعمال وانشرها بين اصدقائك اسال الله ان يحفظك وان يرزقك وان يبارك فيك العمل الاول الذي يجعلك من اهل الجنه هو توحيد الله سبحانه وتعالى افراد الله بالعبوديه فلا عباده ولا دعاء ولا نذر ولا استغاثه الا لله وحده تبارك وتعالى ثانيا المحافظه على الصلاه فهي اول ما تحاسب عليه بين يدي الله سبحانه وتعالى فان صلحت صلاتك هنيئا لك وان فسدت فيا ويلك واول سبب ذكره اهل النار عن سبب دخولهم جهنم قالوا لم نكن من المصلين فحافظ على صلاتك يرعاك الله ثالثا حسن الخلق حسن الخلق يبلغ بك درجات عظيمه ويجعلك من رفقاء النبي صلى الله عليه وسلم ولما سئل النبي صلى الله عليه وسلم عن اكثر ما يدخل الناس الجنه قال تقوى الله وحسن الخلق اسال الله ان يجعلني واياك منهم ورحم الله من ساهم في نشر الخير والتوعية بين الناس

#مال #نصائح #استثمار

Bara 1448 baga geeysan 17/06/2026

Abshiir yaa lammii...

Bara 1448 baga geeysan Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

17/06/2026

Arsoomnii qorsoomaa
haqni isaa maa dhoyfamaa

boo sagalee waloo ...
mee dubbadhaa maaloo..

17/06/2026

Minilik II Booda Muslimoonni Maaliif Hoggansa Olaanaa Biyya Keenya Itiyoophiyaa 🇪🇹 Keessatti Duubatti Hafan Beektuu❓
__________________________

Biyya keenya Itiyophiyaa keessatti akka gareen walqixxummaa ummataatti hin amanneetti, Muslimni biyya bulchuun dhoorkaa dha. Fkn yeroo Dr Abdulqaadir silaa kan pirezidaantii Itiyophiyaa ta’u muslimni pirezidaantii Itiyophiyaa hin ta’u jechuun bakka isaa Nigaatuu Gidaadaan Shuumamee turuu ni yaadanna.
Seenaa Biyya Keenyaa yeroo dubbisnu Gootichii Abbaan Wal qixxummaa “Malik LIJ IYYAASUUN” wanti garee sanaan aangoo irraa fonqolfamee waggaa 20 ol mana hidhaatti waadamaa tureef sababa Muslima ta’eef wal-qixxummaa labse qofaafi. akka tahe namni waa hubatu ni hubata jedheen yaada.

Inumaa san haa hafuu baruma amma keesssa jirru kana keesssaa gareen dhiiga barate sun wanti Ministeera Mummee Dr. Abiy Ahmed galgalaaf ganama itti wacaniif kanumaaf tahuu isaa hubachuun nama hin dhibu.

Minilik II Booda Muslimoonni Maaliif Hoggansa Olaanaa Itiyoophiyaa Keessatti Duubatti Hafan, yaada jedhuun xinxala gabaabaa kana isiniif qooduu barbaada, Qabxiilee Ijoo waliin haa ilaalluu:-

1- Tokkummaa Siyaasaa Dhabuu:-
Hanqinoota guddoo keessaa tokko yeroo bara minilik II biyya seenuu irraa kaasee minilik II boodaasa muslimoonni tokkummaa siyaasaa dhabuun hedduu isaan booda aansite jedheen yaada. fkn Muslimoonni Itiyoophiyaa keessatti saba tokko qofaan hin daangeffaman. Oromoo, Affaar, Somaalee, Hararii, Gurraagee, Sidaamaa fi saboota hedduu biyya kana keessatti argamu. Garaagarummaan Sabaa kun qabeenya guddaa ta'us, yeroo hedduu kaayyoo siyaasaa waloo irratti walii galuu dadhabsiisuun hedduu isaan booda aanse. yeroo gareewwan biroo bulchinsa keessatti humna isaanii walitti qabatan, Muslimoonni hedduun eenyummaa sabaa isaanii irratti xiyyeeffatanii turan; dhimma isaanii waloo irratti dhaabbata cimaa ijaaruu irrattii muraasa ture.

kanaaf Khalee laalee
isiniti himeen jiraa jabaadha yaa joolee

17/06/2026

?? takka haga feete khaddamtullee yoo ta inni onnee isaa kheessaa qabu sun si tahuu baatte inuman sin galateeffatu Waliifqooda Jzkl
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
💫 isii hin feeneef jaartii tahuuf tattaafatuu caalaa wanni dubartii qalbii cabsu hin jirtu. Tanaafuu hariiroo hin jirre kunuunsuu fi walitti hidhata jiraatun hin malin uumuuf tattaafatuu ofirraa dhiisi
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🪐Dhugaan jirtu yeroo dhugaa ykn dhugaa takka jireenya khee kheessa dhufte ykn seente hariiroo fi wal dhageettin uumamumaan isaan jiddutti biqilti
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
⚡️Namni dhugaa tokko hoggaa jireenya khee kheessa dhufe nama san biratti gatii qabda ni khabajamtasi
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
☄️ hedduun yada isanii qofaf amanamodha. Jechuun jaalala onnee isaanii kheessa jirtu san qofatti amanan jechuu fedheeti. Ta oonnee isaa kheessa jirtu sun yoo si tahuu baatte ati isa biraa bakka hin qabdu
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌀maquma isaa ja'amu san ba'attee deemunii malee. Tanaaf dubartii yaada isaanii kheessa hin jirre yoo fuudhan haga feete isiin jaartii gaarii isaaf tahuuf tattaafattus tattaaffiin
isii isaan biratti khabajaa fi galata hin argattu
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌤Tanaafuu bultiidha jettanii
kha agartan hundatti nikah hidhattanii booda hiraaruu/cinqamuu osoo hin taane jalqabumarraahuu sharafa kheessan beeytee isiniin boontu laalladhaa. Ta isin qabaatun isaan gammachiistu laalladhaa
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌟Jaalala dhugaa ta walitti dhaabbattuu taate argatuutu isiniin mala. Tanaafuu dhiira yeroof isin shawwaddee hoggaa harkaan isin gahatte isinitti garagaltu isinirraa haa qabu 🙏 🤲S.A.W

17/06/2026

deeggartoota kubba kan Ethiopia 🇪🇹 keeysa kamtuu moohee?
Yeroo irraa dabarsitee..
Mee deebiin tee maal taati yeroo gaafatamtee..?
yaa rabbi nu satarii... 🙏 🤲

17/06/2026

Way oromoo
Godina Arsii aanaa Seeruutti uummanni qe'ee isaa irraa buqqa'e rakkoo hamaa keessa jiraachuun dhagahame.

Namoonni kuma 10 caalaan akka buqqa'an maddeen naannawaa sanaa OMNtti himan.

Kanneen qe'een isanii manca'ee buqqaafaman dirree irratti bakka Hadiidoo jedhamutti walitti qabamanii akka jiran odeeffanne.

Maanguddoonni, dubartoonni ulfaa, deessuun, daa'imman lammiilee qe'ee isaanii irraa buqqaafaman keessa akka jiran ibsaniiru.

Dubartoonni dirree irratti dahanillee akka jiran dubbatan.

Uummanni qe'ee isaa irraa buqqaafame kun waan nyaatu dhabee beelaan dararamaa akka jiru himaniiru.

Uummanni buqqaafame kun gargaarsa wayiituu akka hin arganne eeranii, gargaarsa halatattamaa barbaadna jedhan.

Rakkoo kanaaf furmaata akka barbaadanis himaniiru.

17/06/2026

As wr wb
Dubbiin Arsii Aanaa seeruutti gaggeeffamaa jiru yoo haala kanaan itti fufe rakkoo hamaatu mudatuuf ta'aa

Want your school to be the top-listed School/college in Dire?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address

Dire