Abdurahman Hamid

Abdurahman Hamid Barata

  qe’ee akaakileef abaabileen keenya itti wareegamanii irraa buqqifamanidha.Bakka yeroo jalqabaaf itti cabne.Qe’ee qoosa...
18/08/2026

qe’ee akaakileef abaabileen keenya itti wareegamanii irraa buqqifamanidha.

Bakka yeroo jalqabaaf itti cabne.
Qe’ee qoosaa miti.Bakka ulfoodha.
Araddaa ayyaantuu Oromooti.
Qe’ee Guraaraa Lataaf Maammoon Mazammir itti fannifaman.
Qe’ee Saafoon Kaloof Qumbii Ejersoo Loon dhibba irra bobbaafachaa turanidha.
Qe’ee ofiitti ormaa waamanii koottu,qe’ee koo irratti naa murteessi hin jedhan.
“Deddeebi’uu taati malee,Boqqoolloon kun maasaa kanarra hin bultu.jedhe Jaldeessi.

Addis Ababaan mallattoo sirna cunqursaati.
Finfinnee/Shaggar Qe’ee Ayyaantuu Oromooti.

Finfinnee dubbadhuu
maaf ustaa silaa atii
of-irraanfatee of-yaadadhu..
Gaafa bara 1910 khudhaniiti
Kan abbaan koo afaan koo qofa dubbadhu
keeysumaan heddumaatuus teeysoon kooti

17/08/2026
Eysa deebis..
17/08/2026

Eysa deebis..

As.wr.wb
16/08/2026

As.wr.wb

Asalaamu aleeykum warahamatullaahi wabarakaatuhuu Akkami nagaya fayya warri jara khana beeytan salaamta itti naaf himaa
15/08/2026

Asalaamu aleeykum warahamatullaahi wabarakaatuhuu

Akkami nagaya fayya
warri jara khana beeytan
salaamta itti naaf himaa

14/08/2026

Mooyluda haa goonu

Yeroo Afaan Qur'aanaa qaama barnoota 🇺🇸📚 New York ta'u jijjiirama guddaa?Magaalaa adda addummaa ishee hundaan addunyaa c...
14/08/2026

Yeroo Afaan Qur'aanaa qaama barnoota 🇺🇸📚 New York ta'u jijjiirama guddaa?

Magaalaa adda addummaa ishee hundaan addunyaa calaqqisitu keessatti, falmii egeree barnoota afaanii manneen barnootaa mootummaa magaalaa Niiw Yoork keessatti taasifamaa jiru keessatti afaan Arabaa ammas mul’achaa jira. 🌎📖 jechuun ni danda'ama

Zahran Mamdani sagantaalee afaan alagaa manneen barnootaa mootummaa keessatti babal’isuun afaanota akka Ispeeniifi Faransaayii cinatti Afaan Arabaa dabalatee filannoowwan dabalataa barattootaaf akka hammatan deeggarsa isaanii beeksisaniiru.

Yaadni asitti jiru jechoota haaraa barachuu qofa osoo hin taane... aadaa, seenaa fi qaroomina ardiilee diriirsan irratti fooddaa banuun, barattoonni addunyaa adda addaa ta’e waliin akka walqunnaman carraa kennuudha. 🌍🗣️

Magaalaa hawaasni duubbee fi aadaa adda addaa qabu keessatti filannoo afaanii babal’isuun beekumsa, hubannoo fi iftoomina dhaloota gidduutti guddisuuf karaa ta’uu danda’a. 🤝📚
Toltu Multimedia Production
Akkasumas jijjiiramni Islaamaa hawaasa Ameerikaa keessatti jalqabee jiraa, Muslimoonni ofii isaaniitiin durfamuun itti fufee jira

𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐮____𝐀𝐥𝐞𝐞𝐲𝐡𝐢𝐢_______𝐰𝐨𝐬𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚صََلَِّﷺ🕋💚🌿وََسََـــلَِّـم صََلَِّﷺ🌿وََسََـــلَِّـمصََلَِّﷺ🕋𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐮____𝐀𝐥𝐞𝐞...
14/08/2026

𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐮____𝐀𝐥𝐞𝐞𝐲𝐡𝐢𝐢_______𝐰𝐨𝐬𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚صََلَِّﷺ🕋💚🌿وََسََـــلَِّـم صََلَِّﷺ🌿وََسََـــلَِّـمصََلَِّﷺ🕋𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐮____𝐀𝐥𝐞𝐞𝐲𝐡𝐢𝐢_______𝐰𝐨𝐬𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚
❤ﷺ۞💜𝐒,,,,𝐀,,,,𝐖💕ﷺ۞❤❤

Halkan gaarii ykn guyyaa gaarii 🥰🙌🙏
Habiibii kee irratti Salawaata buusi dabri 🫡

😀  nyaachuun halaali Namni isa nyaachuu dhiifnaani inni nama nyaachuu Eegale🤳
14/08/2026

😀 nyaachuun halaali Namni isa nyaachuu dhiifnaani inni nama nyaachuu Eegale🤳

13/08/2026

Anuu ni beeka waani godhu
Nati himan waani godhu
salu ala Nabi
Sallallaahu aleeyhi wasalam

Address

Dire

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdurahman Hamid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category