Al Resala Academy

Al Resala Academy To provide high-quality education rooted in Islamic values

Al Resala AcademySagantaa iida Tan Barattootaa Al Resala Academy Saganta Barumsa Fi Bashaannana Damee Ganda Garaada Fi D...
09/06/2025

Al Resala Academy

Sagantaa iida Tan Barattootaa Al Resala Academy Saganta Barumsa Fi Bashaannana Damee Ganda Garaada Fi Damee Saphiyan.

Al Resala AcademyBarnoonni Akkuma Keenya Itti Fuufe Jira.Guyyaa Arra Qormaata Xumuura Khan Daree 3ffaa Branch Ganda Gara...
01/06/2025

Al Resala Academy

Barnoonni Akkuma Keenya Itti Fuufe Jira.
Guyyaa Arra Qormaata Xumuura Khan Daree 3ffaa Branch Ganda Garaada Irra Fuune.

Saganta Guutu Seena Dawwaadha !! Dorgommii Da_waa Baratoota AL-RESALA ACADEMY Jiddutti taasifame 1ffaa
29/05/2025

Saganta Guutu Seena Dawwaadha !! Dorgommii Da_waa Baratoota AL-RESALA ACADEMY Jiddutti taasifame 1ffaa

Agarsiisaa fi Dorgommii Da_waa Baratoota AL-RESALA ACADEMY Jiddutti taasifame 1ffaa

Al Resala Academy : Projectiin Dubartii barsiisuu fi leenjisuu akkuma itti fufetti jira.Guyya kaleessaa Sagantaa adda bi...
26/05/2025

Al Resala Academy : Projectiin Dubartii barsiisuu fi leenjisuu akkuma itti fufetti jira.
Guyya kaleessaa Sagantaa adda bifa adda taheen barattoota Keenya kan damee saabbiyyan fi Ganda Garaada jiddutti dorgommii Cimtuu gaggeessineen Barattoonni Damee saabbiyaan Morkii cimaa booda 1ffaa bahuun Badhaasa Birri Ethiopia 10,000 fi Barattoonni Damee Ganda garaada 2ffaa bahuun qarshii 5000 badhafamun goolabame jira.
Bakka keessummonii garagara jiranitti badhaasni kennameef jira.

As wr wb    "ما أعظم اجر النساء" Sagantaa Shammaranifi Haawwanif Jama'aa RESALATUL ISLAM in Qophooyte !!             Jam...
14/02/2025

As wr wb
"ما أعظم اجر النساء"
Sagantaa Shammaranifi Haawwanif
Jama'aa RESALATUL ISLAM in Qophooyte !!

Jama'aan RESALATUL ISLAM saganta simannaa soomana bashannansistu fi boharsiitu tan taate shamarranifi haawwanif mataa duree"ما أعظم اجر النساء" ja'uuratti qopheeysite waan isiin eega jirtuf khotta qooda irra fudhadha.

Guyyaan :- Sabtii February 15 /Shawwal 16
Yeroon :- Sa'aa Booda Sa'aa 8:30 irra jalqabe
Iddoon :- Hoteela B-CAPITAL
Gatiin seensa :- Qarshii 50 Qofa.

Al Resala Academy Eegalli Qormaata Semisteera Barattoota marsaa 2ffaa fi Miidi barattoota marsaa 1ffaa Damee Ganda Garad...
11/02/2025

Al Resala Academy
Eegalli Qormaata Semisteera Barattoota marsaa 2ffaa fi Miidi barattoota marsaa 1ffaa Damee Ganda Garada

Al resala Academy branch sapiyan qormaata semester 1ffaa biifa khanan egalanii jiraan
10/02/2025

Al resala Academy branch sapiyan
qormaata semester 1ffaa biifa khanan egalanii jiraan

09/01/2025

khaniin hagogadhee mataa kiyya malee
sammuu tiyyaa mitii namnii maf wollaale

Al Resala Academy Damee Saabbiyan Barnoota Eegallee jirra.Warri Barnootaaf fedhii qabdan galmeef bakka fi yeroo muraas q...
06/01/2025

Al Resala Academy
Damee Saabbiyan
Barnoota Eegallee jirra.
Warri Barnootaaf fedhii qabdan galmeef bakka fi yeroo muraas qabna Galmaawa.
Barnoota Gaari isiniif hawwina.

Al Resala Academy Sagantaa Leenjii barattoota Shamarrani  damee Ganda GaraaadaObbeleetti teenyaa Ustaz Sa'ada Ismail Dhi...
31/12/2024

Al Resala Academy
Sagantaa Leenjii barattoota Shamarrani damee Ganda Garaaada
Obbeleetti teenyaa Ustaz Sa'ada Ismail Dhihaatte Akkana fakkaatti

29/11/2024

Dubartii Guddiisa Ilmaani Haa Wallalchifnu..... Ja'aani Kharoorfatan !

Address

Dirre Dawa Ganda Gerada
Dire Dawa
2268

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Al Resala Academy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category