Marti Walin Academy

Marti Walin Academy Mart Walin Academy Give Quality Education

Beeksisa Qaxarrii=============Martii waliin academy gita hojii banaa qabu irratti beeksisa baasee jira.Yeroon galmee 4/1...
14/09/2022

Beeksisa Qaxarrii
=============
Martii waliin academy gita hojii banaa qabu irratti beeksisa baasee jira.
Yeroon galmee 4/1 / 2015 hanga 9 / 1 /2015tti.
Haalli galmee karaa ibsameen raawwatama!
Dafaa share waliif godhaa!

Beeksisa:Manni barnootaa Martii Waliin Akkadamii hayyootaanhundaa'ee Galmee bara 2015 jalqabee waan jiruuf iddoonqabnu m...
05/09/2022

Beeksisa:
Manni barnootaa Martii Waliin Akkadamii hayyootaan
hundaa'ee Galmee bara 2015 jalqabee waan jiruuf iddoon
qabnu muraasa waan taheef yeroon ijoollee teysan fiddanii
akka galmeeffattan kabaajaan isin yaadachiisuu barbaanna.
Teessoon teenya Jarbaa Aliyi-Halloolee seensa Ganda
Mahammad Hassanitti argamna.

Address

Ganda Mohammed Hassen
Dire Dawa

Telephone

+251989999925

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marti Walin Academy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Marti Walin Academy:

Shortcuts

Share

Category