16/04/2026
Iyyaafannoo😢
Daa'imni Suuraan Isaa Armaan gaditti
Argitan Kun maqaan isaa Khaalid iliyaas
Ja,ama umrinsa Wagga 10 nitaha Iddoon dhalootaa harargee lixaa
Aanaa Odaa bultum Ganda hilfataa lkk 26
tti Akkuma barumsa Amantaaf Gara laangey jolleen walin deemanin majlisa sheekh Mohammed tofiqtti baracha jiraan jala bade
Egaa bade torbaan gahe Namni Argitan lkk bilbila0973285589 ykn +251927111123 kanaan nu qunnamaa Share godha
Galatoomaa
Shee Shee