29/08/2023
Beeksisa
Aaga! Dhagahaa.
Manni Barnoota DHALOOTA QUBEE
Oolmaayni Daa'immanii Dirree Dhawaa Ganda gabbataa (Soos kiiloo) tti kan argamu daree dabalataas qopheessee galmee guyyaa isniinaa jechuunis gaafa 22/12/2015 eegalee jira.
Kanaaf dhuftanii akka galmooftan kabajaan isin gaafanna.
Hubachiisa: guyyaan galmee kan raawwatu gaafa 30/12/2015 tahuu isin beeksifna. Guyyaa jadhamee alatti kan dhufe adabbii tahuu isin beeksifna.