Shukran A2

Call

Shukran A2 Follow me my page face book official

04/09/2026
   bro kiyya baga waan abjoocha turtee argattee  baga gammaddee sin jechuu barbaada  Arjuun Taajuddin Amiin
03/09/2026

bro kiyya baga waan abjoocha turtee argattee
baga gammaddee sin jechuu barbaada
Arjuun Taajuddin Amiin

Ijji hundi gara waan jaalatee ilaala,kanaf  ija jaalalaa biratti wanti hunduu sirrii tahee itti mul'ata.
27/08/2026

Ijji hundi gara waan jaalatee ilaala,kanaf ija jaalalaa biratti wanti hunduu sirrii tahee itti mul'ata.

Torbee tokko dura fuudheen osoo hin tuqin abbaaf deebise.Hubattee........Birri liqeeffadhee osoo hin tuqin deebise jechu...
26/08/2026

Torbee tokko dura fuudheen osoo hin tuqin abbaaf deebise.
Hubattee........
Birri liqeeffadhee osoo hin tuqin deebise jechuu kootiπŸ˜‚πŸ˜‚
Sammuun waan biroo si yaadeemii πŸ™ˆSI hubadhee jiraπŸ˜‚

Namni gammachuu qabu laphee isaa irraa kolfuu jaallata
23/08/2026

Namni gammachuu qabu laphee isaa irraa kolfuu jaallata

Maalif akka ta’e hin beeku , garuu waa'ee kee irraanfachuun dadhabee 😍😍😍😍😍
22/08/2026

Maalif akka ta’e hin beeku , garuu waa'ee kee irraanfachuun dadhabee 😍😍😍😍😍

Tolli tola ooltummaa olii hawaasa barsiisuudha.Kennaan kennaa caaltu immoo beekumsa waliif qooduu ykn waliif gudunfuudha...
16/08/2026

Tolli tola ooltummaa olii hawaasa barsiisuudha.
Kennaan kennaa caaltu immoo beekumsa waliif qooduu ykn waliif gudunfuudha.
Yeroo addunyaan harka saayinsii fi teeknooloojii jala seentee, saffisaan gara fuulduraatti tarkaanfachaa jirtu kanatti, dhaloonni har'aa fi dhaloonni dhufu barnoota barachuu, beekumsa horachuu fi beekumsaan of ijaaruun dirqama. Eeyyee, dirqama jenneetis amanna!
Kanaaf, nutis itti cichinee, hirriba itti dhabnee, fedhii dhuunfaa keenya irraa of qusannee, yeroo boqonnaa keenya hawaasa keenyaaf kenninee hojjechaa jirra. Hawaasa nu dhalchee, nu guddisee, nu barsiifateef nutis irraa baranneef waan baranne deebisnee barsiisuun; bu'aa barnoonni qabu hawaasaaf qooduun; akkasumas ilaalcha dogoggoraa Namni baratee Eessa waa gahamii/Eessa waa dhaqaamii jedhu sana mancaafnee kan barate beekumsa isaatiin Marsii, Jupiter, Venus, Ji'a fi pilaaneetota kamiyyuu dhaquu akka danda'u akka abjootu taasisuun kaayyoo keenya keessaa isa ijodha.
Kanaaf, daandii guddichi gara milkaa'inaatti nama geessu daandii barnootaati barnootaaf dursa haa kenninuu jechuun dursa barnootatti galle. Dhaloonni nu booda dhufus ta'e dhaloonni sadarkaa keenya jiru, barnoonni hundaa ol akka ta'e, barnoonni waan hundaa dura akka dursu hubatee gara fuulduraatti akka tarkaanfatuuf gahee keenya bahuun dirqama keenya.
Gamtaa Barattoota Magaalaa Caffee Bantii (GBMCB) ta'uun keenyaas kana qofa irratti kan daangeffamne miti. Gama barnootaa, misoomaa, fayyaa fi hawaasummaa irratti hojiiwwan gara garaa hojjechaa jira. Hojiin keenya kunis qaama dhimmi ilaallatu biratti dinqisiifamaa jiraachuun isaa nu jajjabeessa.
Dhiheenya kana, Koreen Barnootaa Godinaa irraa dhufte hojii keenya daawwatanii, karoora keenya, kaayyoo Gamtaa keenyaa fi karoorawwan gara hojiitti hiikamaa jiran ilaaluun dinqisiifataniiru. Akkasumas, gorsa, dhaamsa fi ergaa gara garaa nuuf dabarsuun, hojii gaarii jalqabne kana cimsinee akka itti fufnu nu jajjabeessan.
Daawwannaa isaanii kana yaadannoo godhachuufis suuraa kana waliin kaane

Address

Dire Dawa

Telephone

+251713556292

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shukran A2 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share