Aliyyi Abdella

Aliyyi Abdella Oddeeffanno Dhugaa

21/12/2023
21/12/2023
Using together, growth is not a military agenda but a development agenda ❗It is a nightmare to think that Ethiopia and E...
21/10/2023

Using together, growth is not a military agenda but a development agenda ❗

It is a nightmare to think that Ethiopia and Eritrea will fight over the Red Sea Gate!

Dr Abiy Ahmed did not say that we should take the Red Sea Gate from Eritrea and leave it empty handed for Ethiopia to benefit!

We use it together whether it is rent or purchase we just want to get out of the Red Sea Gate let us negotiate together does not mean fighting each other but developing together and developing our country!

Eritrea is like out of karchallee prison since it allied with Ethiopia!Dr Abiy Ahmed has lifted sanctions from various countries on Eritrea due to his reconciliation!

The Eritrean people will give not only their land but their lives for Ethiopia!

Discussion Waliin fayyadamnee guddannaan ajandaa waraanaa osoo hin taane ajandaa misoomaati ❗

Balbala Galaana Diimaa lafa lolaan ciree sulula taasisee balleessuuf jecha Itoophiyaa fi Eritiriyaan wal dhabu jedhanii yaaduun abjuu dha!

Balbala Galaana Diimaa kan Eritiriyaa irraa fudhannee harka duwwaa hambisuun Itoophiyaan haa fayyadamtu jedhees Dr Abiy Ahimad hin dubbanne!

Waliin fayyadamna kiraa ykn bittaanis ta'u nuyi Karra Galaana Diimaatti nu baasu qofa barbaadna waliin haa mari'annu jechuun wal waraannaa jechuu osoo hin taane waliin misoomnee biyya keenya guddisna dha!

Eritiriyaan erga Itoophiyaa waliin michoomtee akka waan mana hidhaa karchallee keessaa baateeti!Dr Abiy Ahimad araara buusuu isaa irraan kan ka'e qoqqobbii biyyoota garaa garaa Eritiyaa irraa kaasiseera!

Ummanni Ertiriyaa Itoophiyaaf lafa mitii lubbuu isaayyuu ni kenna!

Mariin misooma fida ! development !
# together, growth is not a military agenda but a development agenda ❗

It is a nightmare to think that Ethiopia and Eritrea will fight over the Red Sea Gate!

Dr Abiy Ahmed did not say that we should take the Red Sea Gate from Eritrea and leave it empty handed for Ethiopia to benefit!

We use it together whether it is rent or purchase we just want t

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Hararitti warshaa daakuu fi daabboo 7ffaa eebbisiisaniiru********Giiftii Duree Zinna...
13/07/2023

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Hararitti warshaa daakuu fi daabboo 7ffaa eebbisiisaniiru
********
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Harariitti warshaa daakuu fi daabboo 7ffaa eebbisiisaniiru.

Warshaan daakuu fi daabboo eebbisiisan kunis guyyaatti daakuu kuntaala 420 fi daabboo kuma 300 kan oomishuu ta’uun ibsameera.

Namoota 150 oliifis carraa hojii kan uumu ta’uu ragaan Waajjira Giifti Durrerraa argame ni mul’isa.

Fuuldurattis magaalota shanitti warshaaleen ijaaramaa jiran xumuramanii hawaasaaf tajaajila akka kennaniif ijaarsi isaanii saffisaa jiraachuun eerameera.

Dabalataanis, Giifti Duree Zinnaash, Magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabaniiru.

Sirnicharratti Ittaantuu Pireezidaantii Naannoo Hararii Aadde Misraa Abdaallaa fi qondaaltonni naannichaa biroon argamaniiru.

13/07/2023

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Hararitti warshaa daakuu fi daabboo 7ffaa eebbisiisaniiru
********
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Harariitti warshaa daakuu fi daabboo 7ffaa eebbisiisaniiru.

Warshaan daakuu fi daabboo eebbisiisan kunis guyyaatti daakuu kuntaala 420 fi daabboo kuma 300 kan oomishuu ta’uun ibsameera.

Namoota 150 oliifis carraa hojii kan uumu ta’uu ragaan Waajjira Giifti Durrerraa argame ni mul’isa.

Fuuldurattis magaalota shanitti warshaaleen ijaaramaa jiran xumuramanii hawaasaaf tajaajila akka kennaniif ijaarsi isaanii saffisaa jiraachuun eerameera.

Dabalataanis, Giifti Duree Zinnaash, Magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabaniiru.

Sirnicharratti Ittaantuu Pireezidaantii Naannoo Hararii Aadde Misraa Abdaallaa fi qondaaltonni naannichaa biroon argamaniiru.

  Godinaa Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Muxiitti Qophii Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Bara 2015 ttif  Qophii gahaa...
23/05/2023


Godinaa Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Muxiitti Qophii Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Bara 2015 ttif Qophii gahaa Taasisaa jiraachuu Himaniiru.
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Waajjira Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Aanaa Gooroo Muxiitti Abbaa Adeemsa QU Obbo Nuradin Amiin Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaan fi Idileedhaa bara kana kan baraa Darbee Caalaa Biqiltuu Dhaabbuuf Qophii gahaa godhaamaa akka jiraan Dubbataniiru.

Itti Dabaluunis Yeroo ammaa Bolaa Biqiltuu Araddaa Caffee Aannaniitti bifaa Idilee fi Duulaan Qaamoolee Adda addaan Qotamaa jiraachuus himaniiru.
Sosochii duula Dhaabbii Biqiltuu bara 2015 Aanaa Gooroo muxii .
Aanaa Gooroo muxiitti duulli sosochii dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara 2015 haala gaariin itti fufee jira.
Aanaa Gooroo muxiitti Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2015 haala gaariin gaggeeffamaa jira. Aanichatti dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara 2015niin biqiltuu gosa garaa garaa kan ijaarsaaf oolan,Nyaata beeyladootaa fi namaaf oolan Idilee fi Ashaaraa magariisaan biqiltuu mili.17 ol ganna kana dhaabuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu waajjirri Qonnaa Aanaa Gooroo muxii beeksiseera.

Qaala'insa gabaa tasgabbeessuuf hojjetamaa jira❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️============================Biiroon Daldala Oromiyaa qaala’...
16/03/2023

Qaala'insa gabaa tasgabbeessuuf hojjetamaa jira❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
============================
Biiroon Daldala Oromiyaa qaala’insa jireenyaa tasgabbeessuuf dhiyeessii oomishaalee midhaan gosa adda addaa daldaltootaafi yuuniyeenota Oromiyaa waliin walitti hidhaminsa gabaa uumuun jiraattota magaalaa Finfinneef gatii madaalawaan dhiyeessuu eegale.

Kaayyoon dhiyeessii oomishaalee kanaa rakkoo qaala’insa jireenyaa tasgabbeessuufi alseerummaa ittisuun gatii madaalawaadhaan dhiyeessiin oomishaalee qonnaa midhaan gosa adda addaa karaa Waldaalee Hojii Gamtaa, Yuuniyeeniifi daldaltotaa akka ta'e ibsameera.

Sagantaa dhiyeessii oomishaalee qonnaa kana irratti argamuun kan jalqabsiisan Itti Aanaan Perezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii oomishaafi oomistummaa osoo qabnuu qaamoleen faayidaa hin malle argachuuf jijjiirama biyya kanaa hin feene oomisha dhoksanii gabaa jeequuf hojjechaa akka jiran ibsaniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo kana furuuf dhiyeessii oomishaalee qonnaa karaa waldaalee bu'uuraafi yuuniyeenotaa dhiyeessaa jiraachuu himuun oomishaaleen qonnaa dhiyaatan kunneen kana booda gabaa tasgabbeessuuf baay'inaafi qulqullinaan akka dhiyaatu himaniiru.

Dabalataanis biyyi keenya oomisha ga'aa osoo qabduu giddu seentummaa warra jijjiirama biyya keenyaa hin jaalanneen oomisha dhoksuun ajandaa siyaasaa godhachuun qaamoleen hojjetan harka isaanii akka sassaabbatan akeekkachiisaniiru.

Humni indaastirii Itoophiyaa olaanaadha. Har'a Naannoo Amaaraa Magaalaa Kombolchaatti kampaaniiwwan idil- addunyaa  ija ...
25/12/2022

Humni indaastirii Itoophiyaa olaanaadha. Har'a Naannoo Amaaraa Magaalaa Kombolchaatti kampaaniiwwan idil- addunyaa ija jabinaan teknooloojii haaraatti fayyadamuudhaan hoomisha huccuuwwanii irratti bobba'an keessaa lama daawwanneerra.
irratti bobba'uun abbootii qabeenyaa kamiifuu bu'a qabeessadha.

’s industry potential is immense. Today we visited with courageous international investors successfully engaged in textile and apparel manufacturing in Kombolcha, Amhara Region, utilizing modern technology. is an overall worthy venture for any investor.

Address

Deder

Telephone

+251946928836

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aliyyi Abdella posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Aliyyi Abdella:

Shortcuts

Share