06/06/2026
Gaaffii 63ffaa: Recycle Bin eessattii argama?
A) Desktop irratti
B) Control Panel keessatti
C) Taskbar irratti
D) MS Word keessatti
Deebii Keessan Komeentii Jalatti Barreessaa
Hirmaaannaa Keessaniif Guddoo Galatoomaa๐๐
06/06/2026
Garaagarummaan"๐๐๐๐ญ๐๐" (๐๐๐ญ๐) ๐๐ข "๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ" (๐๐ง๐๐จ๐ซ๐ฆ๐๐ญ๐ข๐จ๐ง) bu'uura teeknooloojii, saayinsii kompiitaraa fi bulchiinsa sirna dijitaalaa ti. Gabaabaatti, daataan wanta dheedhii (raw) yoo ta'u, odeeffannoon immoo daataa erga qindaa'ee fi hiika kennee booda wanta uumamuudha.
Mee tokko tokkoon ibsa bal'aa haa ilaallu:
๐. ๐๐๐๐ญ๐๐ (๐๐๐ญ๐)
โDaataan dhugaawwan (facts), lakkoofsota, jechoota, mallattoolee ykn galmeewwan bifa "dheedhii" ykn osoo hin qindaa'in jiranidha.
โ๐๐ฆ๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐๐: Kophaa isaa hiika guutuu hin qabu. Murtoo dabarsuufis ta'e hubannoo argachuuf kallattiin hin gargaaru. Sirna kompiitaraa keessatti akka galteetti (input) tajaajila.
โ๐
๐๐ค๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐: "192.168.1.5", "Kufaatii", "12:00", "5000", "0911...". (Kunniin maal akka ta'an ifa miti, tarreeffama qofadha).
๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ (๐๐ง๐๐จ๐ซ๐ฆ๐๐ญ๐ข๐จ๐ง)
โOdeeffannoon daataa walitti qabamee, qindaa'ee, irra hojjetamee (processed) fi hiika sirrii akka kennu ta'ee haala namatti toluun dhiyaatedha.
โ๐๐ฆ๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐๐: Haala (context) qaba, murtoo sirrii gochuuf nama gargaara, akkasumas gaaffiilee akka "Eenyu?", "Maal?", "Eessa?", fi "Yoom?" jedhaniif deebii kenna.
โ๐
๐๐ค๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐: "IP Address 192.168.1.5 irraa sa'aatii 12:00 irratti yaaliin networkii cabsuu raawwatameera, garuu yaaliin kun Kufaatii ta'eera." (Kun hiika qaba, tarkaanfii eegumsa saayibarii fudhachuufis ni gargaara).
๐๐๐๐๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐๐๐ญ๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ฎ
Daataan gara odeeffannootti jijjiiramuuf sadarkaa bu'uuraa sadii darba (Data Processing Cycle):
โ๐๐๐ฅ๐ญ๐๐ (๐๐ง๐ฉ๐ฎ๐ญ): Daataa dheedhii walitti qabuu fi sirnicha keessa galchuu.
โ๐๐๐๐๐ฆ๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ (๐๐ซ๐จ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง๐ ): Daataa sana qulqulleessuu, gurmeessuu, wal-madaalchisuu fi herreguu.
โ๐๐ฎ'๐๐ (๐๐ฎ๐ญ๐ฉ๐ฎ๐ญ): Odeeffannoo hiika qabu uumuu fi dhiyeessuu.
Fakkeenya sirna kaffaltii diijitaalaa (fkn Telebirr ykn CBE Birr) yoo fudhanne: Lakkoofsoti fi mallattooleen akka "5000", "0911223344", fi guyyaan har'aa daataa dha. Daataan kun yoo qindahuu" "Qarshiin 5000 lakkoofsa 0911223344 irraa guyyaa har'aa galeera" yeroo jedhu, daataa dheedhii sana gara odeeffannoo guutuu hubatamutti jijjiire jechuudha.
Join Our Channel
Youtube ๐https://www.youtube.com/-Tech
Telegramii๐https://t.me/adutechn
Tiktok ๐ www.tiktok.com/
Galatooma
ยฉ๏ธAdu Technology
2026
05/06/2026
Gaaffii 62ffaa: Undo maaliif nu fayyada?
A) Faayilii tokko kuusuuf (Save)
B) Faayilii tokko haqhuuf (Delete)
C) Hojii yeroo dhiyoo keessatti raawwatame deebisuuf (Reverse the Last Action)
D) Dokumentii maxxansuuf (Print)
Deebii Keessan Komeentii Jalattii Barreessaa
Hirmaanna Keessaniif Guddoo Galatoomaa๐๐
04/06/2026
Gaaffii 61ffaa: Android jechuun maal jechuudha?
A) Hardware
B) Operating System
C) Application Software
D) Afaan Sagantaa (Programming Language)
Deebii Keessan Komeentii Jalattii Barreessii
Hirmaannaa Keessaniif Guddoo Galatooma๐๐
04/06/2026
Garaagarummaa IT fi ICT maalii?
Yeroo ammaa addunyaa dijitaalaa keessatti IT fi ICT hubachuun murteessaa dha. Mee balโinaan haa ilaallu.
๐ป IT (Information Technology) Maali?
IT jechuun Information Technology jechuudha.
Inni teknooloojiiwwan odeeffannoo kuusuu, qopheessuu, sirreessuu, eegu fi tamsaasuuf fayyadan irratti xiyyeeffata.
๐น Wantoota IT of keessaa qabu:
๐ฅ๏ธ Koompiitaraa (Desktop, Laptop)
๐พ Software (Windows, Linux, MS Word, Excel)
๐๏ธ Database
๐ง Server
๐ ๏ธ System Administration
๐จโ๐ป Programming fi Software Development
๐ Cybersecurity (eegumsa odeeffannoo)
๐น Kaayyoo IT
Odeeffannoo kuusuu (Storage)
Odeeffannoo qindeessuu (Processing)
Odeeffannoo sirnaan bulchuu (Management)
Rakkoo sirna teknooloojii furuu (Technical support)
๐ Fakkeenya:
Baankii keessatti sirna kuusaa odeeffannoo maallaqaa bulchuu
Mana hojii tokko keessatti database hojjechuu
Software app tokko uumuu
=>> IT irra caalaa odeeffannoo of keessatti bulchuu irratti xiyyeeffata.
๐ ICT (Information and Communication Technology) Maali?
ICT jechuun Information and Communication Technology jechuudha.
ICT = IT + Qunnamtii (Communication)
Kana jechuun IT irratti hundaaโee, dabalataan sirna wal qunnamtii dabalata.
๐น Wantoota ICT of keessaa qabu:
๐ฑ Bilbila harkaa (Mobile phone)
๐ Internet
๐ก Network (LAN, WAN)
๐ง Email
๐บ Television digital
๐ป Radio digital
๐ฐ๏ธ Satellite communication
๐ฒ Social Media
๐น Kaayyoo ICT
Odeeffannoo dabarsuu (Transmission)
Namoota wal qunnamsiisuu
Odeeffannoo saffisaan addunyaatti tamsaasuu
Barnoota, daldala, mootummaa dijitaalaa deeggaruu
๐ Fakkeenya:
Zoom fi Google Meet irratti wal arguu
Email erguu
Online barachuu
Mobile banking fayyadamu
๐ ICT keessatti odeeffannoo qofa osoo hin taane wal qunnamtiin iddoo guddaa qaba.
๐ฏ Hubannoo Ijoo
ICT balโinaan IT of keessatti hammata.
IT malee ICT hin jiraatu.
Garuu ICT, IT caalaa balโaa dha.
=>>Gabaabumatti:
IT = Odeeffannoo bulchuu
ICT = Odeeffannoo + Qunnamtii
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
Gaaffii fi Yaada Yoo qabaattan Komeentii Jala Nuuf Barreeessaa
Gochuu Hin Dagatiinaa!!
Galatooma Barnoota Dabalataaf kara linki Telegramii keenyaa armaan gadii Join gochuun Nu Hordofaa
https://t.me/adutechn
02/06/2026
Gaaffii 60ffaa:
Laptop jechuun maali?
A) Kompiitara Deeskitophi (Desktop Computer)
B) Kompiitara Socho'aa (Portable Computer)
C) Taableetii (Tablet)
D) Maxxansituu (Printer)
Deebii Keessan Komeentii Jalattii Barreessaa
Hirmaannaa Keessaniif Guddoo Galatoom๐๐
02/06/2026
๐๐๐ซ๐๐๐ ๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง "๐๐ฉ๐ฅ๐จ๐๐" ๐๐ข "๐๐จ๐ฐ๐ง๐ฅ๐จ๐๐" teeknooloojii dijitaalaa keessatti baayyee murteessaa fi bu'uuraati. Afaan Oromootin haala salphaa ta'een akkasitti ibsamuu danda'a:
๐. ๐๐ฉ๐ฅ๐จ๐๐ (๐๐ฅ๐๐'๐ฎ๐ฎ / ๐๐ฅ-๐๐ซ๐ ๐ฎ๐ฎ)
Hiika: Faayilii (suuraa, viidiyoo, barreeffama, ykn sagalee) meeshaa kee (bilbila ykn kompiwutara) irraa gara interneetiitti (server) erguu ykn dabarsuu jechuudha. As irratti ragaan sirraa gara interneetiitti deema.
Fakkeenya:
=>>Suuraa ykn barreeffama Facebook irratti maxxansuu.
=>>Viidiyoo qopheessite YouTube irratti gad-dhiisuu (publish gochuu).
=>>Dokumantii email dhaan namaaf erguu ykn Google Drive irratti ol-kaawwachuu.
๐. ๐๐จ๐ฐ๐ง๐ฅ๐จ๐๐ (๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ / ๐๐๐-๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ฎ๐ฎ)
Hiika: Faayilii interneetii (server) irraa gara bilbila ykn kompiwutara keetti waraabuu, galfachu, ykn kuufachuu jechuudha. As irratti ragaan interneetii irraa gara meeshaa keetii dhufa.
Fakkeenya:
=>>Appilikeeshinii haaraa Play Store ykn App Store irraa fe'achuu.
=>>Kitaaba (PDF) marsariitii irraa bilbilatti seesisuu (save gochuu).
=>>Viidiyoo ykn suuraa Telegram irratti siif ergame bananii ilaaluuf bilbila irratti kuufachuu.
Yaad-rimeen kun hubannoo teeknooloojii dijitaalaa babal'isuuf baayyee barbaachisaadha. Tajaajiloota interneetii fi nageenya ragaa (digital security) yommuu hojjennu, ragaan kamtu akka ol-fe'amaa (uploaded) jiru fi kamtu akka buufamaa (downloaded) jiru adda baasanii beekuun of-eeggannoodhaafis ni fayyada.
Join Our Channel
Youtube ๐https://www.youtube.com/-Tech
Telegramii๐https://t.me/adutechn
Tiktok ๐ www.tiktok.com/
Galatooma
ยฉ๏ธAdu Technology
2026
01/06/2026
Gaaffii: Faayidaan Snipping Tool maali?
โA) Muuziqaa taphachisuu
B) Suuraa iskiriinii kaasuu
C) Viidiyoo sirreessuu
D) Intarneetii Fayyadamuu
30/05/2026
Garaagarummaan"๐๐๐ฏ๐" ๐๐ข "๐๐๐ฏ๐ ๐๐ฌ" fayyadama kompiwutaraa keessatti baay'ee barbaachisaa fi ifa ta'uu qaba. Ibsi bal'aan kunooti:
๐. ๐๐๐ฏ๐ (๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ฎ๐ฎ / ๐๐ฅ๐ค๐๐'๐ฎ๐ฎ)
Save kan fayyadamnu faayilii duraan maqaa qabuufi bakka ta'e tokko taa'e (saved) irratti, jijjiirama haaraa daballe qofa dabalataan kuusuufi.
=>>๐๐ค๐ค๐๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ญ๐? Yeroo Save tuqnu (ykn boordii irraa Ctrl + S waliin tuqnu), kompiwutarichi gaaffii tokko malee hojii keenya haaraa faayiluma duraan jiru sanatti dabalata. Faayiliin inni moofaan ni haqama, isa haaraatiin bakka bu'a.
=>>๐๐จ๐จ๐ฆ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐ฆ๐ง๐? Fakkeenyaaf, yeroo barreeffama waa'ee teeknooloojii ykn dhimma nageenya saayibarii (cybersecurity) qopheessitu, ibsa haaraa erga itti dabaltee booda ibsi sun yoo ibsaan bade ykn rakkoon uumame akka nu jalaa hin badneef daqiiqaa muraasa muraasaan Save goota.
๐. ๐๐๐ฏ๐ ๐๐ฌ (๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ฎ๐ฎ)
Save As kan tajaajilu faayilii tokko haala haaraatiin uumuuf ykn kuusuufi. Yeroo kana tuqnu, kompiwutarichi dirqama saanduqa (dialog box) fiduun wantoota sadii si gaafata:
=>>๐๐๐ช๐๐ (๐
๐ข๐ฅ๐ ๐๐๐ฆ๐):Maqaa haaraa akka kennituuf.
=>>๐๐๐ค๐ค๐ (๐๐จ๐๐๐ญ๐ข๐จ๐ง): Bakka haaraa (Fakkeenyaaf: Desktop, Flash drive, ykn folder biraa) akka filattuuf.
=>>๐๐จ๐ฌ๐ ๐
๐๐๐ฒ๐ข๐ฅ๐ข๐ข (๐๐๐ฏ๐ ๐๐ฌ ๐ญ๐ฒ๐ฉ๐): Foomatii isaa akka jijjiirtuuf.
=>>๐๐จ๐จ๐ฆ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐ฆ๐ง๐? Barreeffama kee isa jalqabaa (original) utuu hin balleessin, koppii (copy) isaa maqaa biraatiin ykn bakka biraatti yoo barbaadde fayyadamta. Akkasumas, barreeffama kee erga xumurtee garee biraaf qooduuf ykn maxxansuuf gara foomatii PDF-tti jijjiiruuf tajaajila.
Join Our Channel
Youtube ๐https://www.youtube.com/-Tech
Telegramii๐https://t.me/adutechn
Tiktok ๐ www.tiktok.com/
Galatooma
Galatooma
ยฉ๏ธAdu Technology
2026
29/05/2026
๐๐๐ซ๐ ๐๐จ๐ฉ๐ฒ ๐๐ข ๐๐จ๐๐ญ ๐๐จ๐ฉ๐ฒ๐ง bifa ragaaleen (documents) ittiin kuufamaniifi tamsa'an ibsu. Garaagarummaan isaanii inni guddaan qaqqabamuu danda'uu fi dhiisuu isaaniiti.
๐. ๐๐๐ซ๐ ๐๐จ๐ฉ๐ฒ (๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ช๐ช๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐๐)
Hard copy jechuun ragaa ykn barreeffama waraqaa irratti maxxanfamee ba'eedha. Harka keenyaan qaqqabnee ilaaluu fi qaamaan bakkaa bakkatti baachuu dandeenya.
=>>Fakkeenya: Kitaaba, waraqaa qormaataa, gaazexaa, waraqaa ragaa (certificate), fi waraqaa waraabbiin (photocopy) isaa ba'e.
=>>Faayidaa: Intarneetii, kompiitara ykn ibsaa (power) hin barbaadu; yeroo hunda dubbisuuf qophiidha. Ragaalee seeraa fi ofiisaalaatiif baay'ee barbaadama.
๐. ๐๐จ๐๐ญ ๐๐จ๐ฉ๐ฒ (๐๐๐ ๐๐ ๐๐ข๐ฃ๐ข๐ญ๐๐๐ฅ๐๐)
Soft copy jechuun ragaa bifa dijitaalaatiin (kompiitara, bilbila, ykn flash drive keessatti) kuufameedha. Qaamaan qaqqabamuu hin danda'u, garuu iskiriinii meeshaa keetii irratti ni banama, ni dubbifamas.
=>>Fakkeenya: Faayila PDF, Word Document (.docx), suuraa bilbila keessaa, fi ergaa e-mail.
=>>Faayidaa: Bakka qaamaa hin fudhatu (kompiitara keessatti kumaatamaan kuusuun ni danda'ama), salphaatti intarneetiin namaaf ergama, akkasumas baasii waraqaa fi piriintarii hin qabu. Yeroo ammaa teknolojii saffisaa dhufe waliin, baasii xiqqeessuufi salphaatti ragaa qooduuf Soft Copy fayyadamuun filatamaa dhufeera. Haa ta'u malee, ragaaleen seeraa gurguddoon amma iyyuu waraqaatti maxxanfamanii (Hard Copy) taa'uun isaanii dirqama.
Join Our Channel
Youtube ๐https://www.youtube.com/-Tech
Telegramii๐https://t.me/adutechn
Tiktok ๐ www.tiktok.com/
Galatooma
ยฉ๏ธAdu Technology
2026