Amin Aba morka page

Amin Aba morka page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Amin Aba morka page, Etiopia, Debre Zeyit.

20/05/2025
26/08/2023

Denmaark nama Qur'aana adda babahiitti guburratti seera hidhaa muru baasufi
August 26, 2023
Mootummaan Deenmaark namoonni Qur'aana akka hin gubne dhorkuuf seera haaraa baasufi. Biyyattiin murtee kana kan fudhatte Qur'aanni gubachuun biyyoota Musliimaa hedduu keessatti dheekkamsa waan kaasefi.
Ministirri Haqaa Deenmark Piitar Hummelgaard Qur'aana gubuun Deenmaark miidhufi nageenya lammiilee Deenmarkis balaarra buusuu dubbatan.
Qondaalli kun akka jedhanitti seerri haaraa bahuuf jiru kun namni Qur'aanas ta'ee Macaafa Qulqulluu irratti yakka akka hin hojjanneef kan gargaarudha.
Seerri haaraa bahuuf jira jedhame kun nama Qur'aanas ta'ee Macaafa Qulqulluu gube hanga waggaa lama kan adabsiisudha.
Qur'aanni gubachuun wal-qabatee torbanoota muraasaa as hiriirri mormii 170 ta'u gaggeeffamuu Ministiirri Dhimma Biyya Alaa Deenmark Lars Lokke Rasmussen himan.
Kanaan wal-qabatee balaan shororkeessummaa jiraachuu akka danda'u Tajaajilli Tikaa Deenmark akeekkachiise.
Dhaabbanni Organisation of Islamic Cooperation (OIC) jedhamu, biyya Qur'aanni keessatti salphifamerratti tarkaanfin akka fudhatamuuf waamicha dhiyeessee ture.
Ministiirri Haqaa Deenmark akka jedhetti seerri haaraa bahe kun afaanin ykn barreeffamaan yaada ofii ibsachuu kan hin dhorkineedha. Garuummoo kitaabota amantii gubuun hawaasa gidduutti jibbaafi garaagarummaa fida jedhe.
"Yaada kee ibsachuun bu'uura dimokiraasii keenyaati. Garuummoo amala sirriis agarsiisuu qabda," jedhan ministeera muummee ittaanaa Deenmaark kan ta'an Jaakob Eleman Jensan.
"Gochaan akkasii [Qur'aana gubuun] yeroo mudatuufi nageenyasheerratti yaaddon yeroo dhufu Deenmark callistee hin ilaaltu," jedhan.
Ministeerri Muummee Siwidin garuu akka ollaasaanii Deenmark seera adabbii baasuu akka hin dandeenye himan. Sababni ammoo biyyattin kana gochuuf heera jijjiiruu qabdi waan ta'eef.
Seerri Deenmark dhiyeessite kun Fulbaana 1 gara seeratti kan jijjiiramu yoo ta'u, dhuma bara kanaatti Paarlaamaa biyyattiin mirkanaa'a jedhamees eegama.

Photos from Amin Aba morka page's post 26/08/2023
Photos from Amin Aba morka page's post 26/08/2023

Alhamduli llah Rabbii gowwummaa addii kanaarraa nagaa na baase

Mobile uploads 26/08/2023
Photos from Amin Aba morka page's post 26/08/2023

Ija kanaan 4 kiloo qofa mitii wait hause illee ni moota Sanyii koo

07/08/2022

"Namni hundinuu adduniyaa jijjiiruuf yaadu, garuu namni lubbuu ofii jijjiiruuf yaadu hin jiru"

05/08/2022

اللهم صلى وسلم وبارك على نبينا وحبيبنا محمد

Allaahumassalle wassalim alaa muhaammad

Want your school to be the top-listed School/college in Debre Zeyit?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Culinary Team

Attire

Telephone

Website

Address

Etiopia
Debre Zeyit