Nega kasahun/barii

Nega kasahun/barii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nega kasahun/barii, Tutor/Teacher, sadi chenka, Dambi.

“Hidhamaa akka hin miliqneef karaan guddaan inni guddaan akka inni mana hidhaa keessa jiru hin beekne mirkaneeffachuudha...
03/06/2026

“Hidhamaa akka hin miliqneef karaan guddaan inni guddaan akka inni mana hidhaa keessa jiru hin beekne mirkaneeffachuudha. ” ”

"kaayyoon kee jeequmsa kee caalaa haa iyyu. "
23/05/2026

"kaayyoon kee jeequmsa kee caalaa haa iyyu. "

"Bakka seeqni kee itti bade sanatti hin deebi'in. "
23/05/2026

"Bakka seeqni kee itti bade sanatti hin deebi'in. "

“Har’a humna qabeessa ta’uu dandeessa, garuu yoomillee hin irraanfatin, yeroon humna ol nama hunda. ” ”
23/05/2026

“Har’a humna qabeessa ta’uu dandeessa, garuu yoomillee hin irraanfatin, yeroon humna ol nama hunda. ” ”

16/05/2026

Mul’ata jechuun waan nama biraattii hin mul’annee arguu jechuudha’
Johnattan swift

16/05/2026

"Nama dhiphisee ilaaluu jechuun nama yommuu filannoon lama isaaf dhiyaatu lamaanuu isaa filatu jechuudha"

16/05/2026

Namnii waan hundumaa hawwu Nama guddadha. Namni waan argachuu danda’uu qofa hawwuummo nama ogeessa.

13/05/2026

Yeroo harmeen kee namni akka kootti si jaallatu hin jiru siin jettu.. Amanii. 🖤

Address

Sadi Chenka
Dambi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nega kasahun/barii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category