Yeroosan

Yeroosan waantoota yeroo wajjiin deeman qofa post godha

31/12/2025
✍ Harka hin kennatin.... hanga feetes mucacaattus ka'i; dogoggorri sirraa muldhatus sirreeffadhu; yeroo dhibba kuftus ka...
26/12/2023

✍ Harka hin kennatin.... hanga feetes mucacaattus ka'i; dogoggorri sirraa muldhatus sirreeffadhu; yeroo dhibba kuftus ka'i.... guyyoonni ati keessa dabarte hundi fuula akka guurtu si godhanis ati ima seeqadhu...!

06/12/2023
Kan asiin nu gahe alhamdulillaahi galanni rabbiif haa tahu jecha jirra kunoo har'a geenye
06/12/2023

Kan asiin nu gahe alhamdulillaahi galanni rabbiif haa tahu jecha jirra kunoo har'a geenye

04/06/2022

jabanaaf naga hin dhabina

02/05/2022

bagaa guyyaa kabajamaa fi jaallatamaa kanaan isin ga'e muslimoonni hundi

Address

West Hararghe
Boke T'ik'o

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yeroosan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Yeroosan:

Shortcuts

Share

Category