Qéèrrøø pøwêr

Qéèrrøø pøwêr

Share

Liverpool

07/08/2025
Photos from 𝐑𝐢𝐲𝐚𝐝𝐬𝐡𝐚's post 04/12/2023
Profile pictures 04/12/2023
06/08/2022

Waraabeessa yuusu
Ilkaan isaa qaratee
Yeeyyii iyyee kolfu
Foon nyaachu baratee
=================
Jeedala dhokaatte
Ilmaan hoolaa fixu
Bulguu nama adamsee
Holqa dhagaa lixu
==============
Bofa of dhoksatee
Sammuu uumamaa hidde
Handaaqqoo nyaata malee
Barrii iyyuu didde
==============
Qara ilkaan alagaa
Kan akka daayinoosarsii
Sodaadheetuu hin beeku
Anuu waan akkasii
===============
Kan guyyaa natii kolfe
Halkan na gurguru
Kakuuf waadaa diigee
Bu'aaf na jijjiiru
==============
Arraba dammaatiin
Hayyuu kaayyoo hamaa
Anii kaniin sodaadhee
Bulguu mittii nama

Want your school to be the top-listed School/college in Bedele?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Fiinfinee���
Bedele
BÚÙÑÑÓØBÈÊDDÊÉLLËÈ���