Lammii Kemal

Lammii Kemal

Share

Inshaa'allaah

09/09/2025

"Hidhi Haaromsaa pirojeektii Afrikaa guddicha addunyaa ajaa'ibsiisedha" Pirezidaantii Jibuutii Ismaa'el Omar Giilee
*********************
Pirezidaantii Jibuutii Ismaa'el Omar Giilee Hidhi Haaromsa Ityoophiyaa guddichi pirojektii Afrikaa addunyaa ajaa'ibsiisedha jedhan.

07/09/2025


Shuf Yaa Akii

06/09/2025

QAAMMEE 1
GUYYAA CICHOOMINAA

31/08/2025


Brighton 0:1 Manchester City
Nottingham Forest 0:0 West Ham United

20/08/2025

This Generation
A Generation that can trust
Make-up than his/HerMaker

27/07/2025

Gaaffii Ajaa'ibaa!
Abbaan Ilma Keetii
Maal Siif Ta'a?

10/07/2025

Qabeenyi Guddaan
Addunyaa kana irraatti of harkaa qabnu Fayyaadha!
Alhamdulillah

Photos from Lammii Kemal's post 04/07/2025

Gurmaa'insa Dargaggootaa cimaa, Sirna cimaaf!
********
Godina Buunnoo Beddelleetti koonfiraansiin Waldaa Dargaggootaa sadarkaa Godinaatti Aanaalee hunda irraa himaachisuun gaggeeffamaa jira.

Ijaarama dargaggootaa cimaa ta'e mirkaneessuudhaan gaaddisa tokko jalatti tokkummaa dargaggootaa jabeessuu, hirmaannaa gama siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaatiin taasisan guddisuuf dargaggoota waliin Paartiin badhaadhinaa hojjeechaa jira.

04/07/2025

Osoo Nama hin ta'in
Namaaf ta'uun hin jiru!

21/06/2025

Eebbifamtoonni bara kanaa
Hundi Baga Gammaddan.
CONGRATULATIONS !!!
Baga Dadhabbii keessan Waggaa 16 fi isaa olii Argitan.

Want your school to be the top-listed School/college in Bedele?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Bedele