Jedha ummatni Maccaa
"Maal nutoo....
Gaafa Harargeen buqqa'e
Gaafa lola Sumaalee
Lubbun birmachaa ture
Yoomin callisee ilaale
Gaafa 'Master pilaanii'
Gaafa kutan finfinnee
Kichuu keenya gabbaree
"Hin ta'u"jennee dinne
Gaafa Harargeen dheebotu
Nutisoo asii dheebonnaa
Firaaf aantee utuu qabnuu
Dachiirraa dhumnee banna?
Oromummaaf hidda hoo
Dhiigaan walitti qabnaa
Akkamiin ulee ormaan
Seenaaf mogolee cabna?"
Akkas jedhee isin waaca
Macci dhiigni keessanii
Abiddi Maccaa gube bor
Darbuunsaa hin ooluu
Hin laalinaa teessanii❤💚❤
Dinqaa Ŧolesaa entertainment
Page-n kiyya kun haaraa waan ta'eef like sher naaf gochuun na bira dhaabbadhaa page kana irratti walaloo,mammaaksa,Oduu durii,hiibboofii kkf nii argattu
11/10/2022
❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤❤💚❤💚❤❤💚❤
Kan firaaf 'jabanaa' hin dhaabnetu alagaaf hudduu dhaaba!!
kan garaa malee kan maqaa yoom na dhibe jedhe waraabessi
Page_n koo kun haraa waan ta'eef like sher naaf gochuun na naaf guddisaa sabakoo
Page kana irratti walaloo seenaa asoosama fit kkf argachuu nii dandeessu kanaaf page-n kun haaraa waan ta'eef like sher naaf godha na jajjabeessaa saba koo
Click here to claim your Sponsored Listing.