Naafilet waankoo

Naafilet waankoo Jaalalaa_Dhugaa❤
--------
💚💚💚❤️❤️❤️🌷🌷🌷
Hodhuu jalaalee koo
Fuudhaadhuu onnee koo
Mootu waan hun FEDERAL TECHINICAL AND VOCATIONAL TRAINING INSTITUTE

14/09/2024
Jaalalaa_Dhugaa❤--------💚💚💚❤️❤️❤️🌷🌷🌷Hodhuu jalaalee kooFuudhaadhuu onnee kooMootu waan hunduumaaSii qofaan filaadheem .....
15/09/2023

Jaalalaa_Dhugaa❤
--------
💚💚💚❤️❤️❤️🌷🌷🌷
Hodhuu jalaalee koo
Fuudhaadhuu onnee koo
Mootu waan hunduumaa
Sii qofaan filaadheem ....
Jaalalees dhugumaa!!!

Sumaatuu naaf ta'eem
Dawaa dhukkubaa koo
Eenyuun sin qixeessuu
Jaalalee dhugaa koo!

Bagaan sii filaadhee
Anoo hundaa keessa
Sumaaf wareegameen
Onnee koo qulqulluus
Baaseera of keessa!!!

Address

Bedele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naafilet waankoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category