Dargaggoota Badhaadhinaa

Dargaggoota Badhaadhinaa

Share

Dargaggoon Badhaadhinaa Humna Misoomaa Har'aa fi Abdii Egereeti!

28/02/2023
16/07/2022

Filannoo Keeniyaatti gaggeeffamu garee jila taajjabdoota IGAD akka hogganan Dr. Mulaatuu Tashooma ramadamaniiru.

Dr. Mulaatuun, filannoo Pireezidaantummaa Keeniyaa ji’a dhufu akka lakkoofsa warra Awurooppaa Hagayya 09 bara 2022 gaggeeffamuuf, garee jila taajjabdootaa Mootummoota Tumsa Misoomaa Bahaa Afrikaa(IGAD) akka hogganan ramadamuusaani IGAD ibsa baaseen ifoomseera.

Barreessaan Olaanaa IGAD Dr. Warqinah Gabayyahuu dhimmicha ilaalchisani ibsa kennaniin, Dr. Mulaatuu Tashoomaa hogganaa siyaasaa kabaja guddaa qabaniifi dippiloomaati muuxannoo guddaa qaban tahuusaani himanii, ‘’ Jila IGAD akka hoggananiif ramadamuusaani kabajatu nutti dhagahama’’ jedhaniiru.

Dhabbaanni kutaa ardichaa filannoo Pireezidaantummaa Keeniyaa akka taajjabuuf Koomishiniin Dhimmoota Filannoofi Daangaa Keeniyaa amantaa nurra kaa’uusaa waan taheefis kabajatu nutti dhagahamaas jedhan Dr. Warqinah Gabayyahuu.

Want your school to be the top-listed School/college in Bedele?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Bedele