15/06/2022
Beeksisa
Kolleejjiin GNJ Waxabajjii 18/10/2014 Madaalli Gahumsa ogummaa Madaalchisuuf qophii irra jira kanaafuu namoonni mafdaalamu barbaaddaan hundi hanga gaafa 13/10/2104 tti galmooftani madaalli fudhachuu ni dandeessuu .