Mana Barumsaa Eeguu

Mana Barumsaa Eeguu Education

Guyyaa 10/05/2014 irraa eegalee qormaatni xumura seem.1ffaa kennamuu eegalee jira.
18/01/2022

Guyyaa 10/05/2014 irraa eegalee qormaatni xumura seem.1ffaa kennamuu eegalee jira.

Rakkoo teessoo barattootaa furuuf marii qaamolee mootummaa gara garaa waliin taasifamaa tureen bu'aa argamedha. Galatoom...
16/12/2021

Rakkoo teessoo barattootaa furuuf marii qaamolee mootummaa gara garaa waliin taasifamaa tureen bu'aa argamedha. Galatooma jenna. Ammas xiyyeeffannoon itti haa kennamuun dhaamsa keenya.

Marii barsiisotaa fi qaamota godina irraa dhufan (W/Barnoota Baalee Bahaa)waliin taasifame.
07/12/2021

Marii barsiisotaa fi qaamota godina irraa dhufan (W/Barnoota Baalee Bahaa)waliin taasifame.

Dorgaa dorgee barattootaa
06/05/2021

Dorgaa dorgee barattootaa

Baga Gammaddan!!! Ispoortessitoota keenya geeban galaniif caasaan gandaa simannaa taasiseefi jira. Haaluma kanaan geebni...
02/03/2021

Baga Gammaddan!!!
Ispoortessitoota keenya geeban galaniif caasaan gandaa simannaa taasiseefi jira. Haaluma kanaan geebni gama ispoortiin akkuma argame barnootaanis dabalamuu akka qabu dhaamun meeshalee ispoortii (uffataa fi kubbaa) kan bitamuuf ta'uu waada gaanii jiru.

Shaampiyoona manneen barnoota Eeguu 6-0 Qarree Xulee
26/02/2021

Shaampiyoona manneen barnoota
Eeguu 6-0 Qarree Xulee

Iddoo Alaabaa bifa kanaan hojjanne.
15/02/2021

Iddoo Alaabaa bifa kanaan hojjanne.

Hojii Tola OoltummaaM/b Eeguutti lafa dhooqa fi kooba ta'uun nu rakkisaa ture haala kanaan abbaan qabeenya H/Usmaan jedh...
08/01/2021

Hojii Tola Ooltummaa
M/b Eeguutti lafa dhooqa fi kooba ta'uun nu rakkisaa ture haala kanaan abbaan qabeenya H/Usmaan jedhaman haala kanaan nuuf tolchanii jiru. Galata guddaa qabnaaf.

Leenjiin barattoota kutaa 7-8 dhimma nageenya biyyaa fi barnoota haala covid-19 ittisuun itti fufuu danda'u irratti gaaf...
03/12/2020

Leenjiin barattoota kutaa 7-8 dhimma nageenya biyyaa fi barnoota haala covid-19 ittisuun itti fufuu danda'u irratti gaafa guyyaa 22-23/03/2013 kennamaa ture xumuramee jira.

Iddoon hin beeknes ta'ee, kan beeknu tokko beekuuf dursa Ibsituu isaa kan ta'e Taappellaa dubbisna. Nutis kanuma hubachu...
27/11/2020

Iddoon hin beeknes ta'ee, kan beeknu tokko beekuuf dursa Ibsituu isaa kan ta'e Taappellaa dubbisna. Nutis kanuma hubachuun haala kanaan taappellaa m/b keenya ibsu hojjachaa jirra.

Dirree Kubbaa Harkaa haala kanaan m/b keessatti hojjetamaa jira.
27/11/2020

Dirree Kubbaa Harkaa haala kanaan m/b keessatti hojjetamaa jira.

Address

Bale
Bale

Telephone

+251920358492

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsaa Eeguu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share