Madrasa Babile Elamantary school

Madrasa Babile Elamantary school Madrasa Babile is Islamic school wich has Acadamic & Islamic Education with Turbiya.

23/09/2019
   BARA BARNOOTA HAARAYA 2012 MANNI BAROOMSA MADRASAA QOPHII XUMUREE JIRA KHOOTTAA GALMAAWAA! !MADRASADDA BAABBILI WAXAY...
11/09/2019



BARA BARNOOTA HAARAYA 2012 MANNI BAROOMSA MADRASAA QOPHII XUMUREE JIRA KHOOTTAA GALMAAWAA!
!
MADRASADDA BAABBILI WAXAY BILOWDAY DIIWAAN GALINTA ARDADA SANAD DUGSIYEEDKA CUSUB 2012!
!

Taphattoota khubbaa Miila yeroo jalqabaatiif M/B Madrasaa Baabbiilee bakka bu'un champiiyooni  kubbaa mila Aanaa Baabbii...
06/05/2019

Taphattoota khubbaa Miila yeroo jalqabaatiif M/B Madrasaa Baabbiilee bakka bu'un champiiyooni kubbaa mila Aanaa Baabbiilee

07/12/2018
As. Wr. Wb. DHAGAAYA DHAAGEYSIISA M/B Madrasaa Baabbiile Hujii Galmee xumuruuf parsntii 15% Wan hafeef khootta Galmaawa ...
02/10/2018

As. Wr. Wb.
DHAGAAYA DHAAGEYSIISA
M/B Madrasaa Baabbiile Hujii Galmee xumuruuf parsntii 15% Wan hafeef khootta Galmaawa akka isiin dura hin guttaamne dhaqqabadha. Mannii Baruumsa keenyaa ummaata waalin ta'uun Hujii Baruu fi Barsiisu akka arman gaadii irraa gahee jira Galaanni Rabbiif hata'uu.

18/09/2018

As. Wr. Wb. M/B Madrasaa Baabbilee Hujii Galmee ittii fuufe jira.

Educstion is key of life.Faydaa nama baraate Dr. Abiyyirrati agarre.
31/08/2018

Educstion is key of life.
Faydaa nama baraate Dr. Abiyyirrati agarre.

Oduu GammachiisaM/B Madrasaa  Babbiile sad.1ffaa Galmee Bara 2011 Guyyaa Har'aa jimmata (25/12/2010) wan jalqaabe jirruf...
30/08/2018

Oduu Gammachiisa
M/B Madrasaa Babbiile sad.1ffaa Galmee Bara 2011 Guyyaa Har'aa jimmata (25/12/2010) wan jalqaabe jirruf khootta galmawa isiinin jecha Matiin Baraattoota kenya ijolle teysan yeroon fiddaani akka galmeysiitan isiinif dhamna...... KHOOTTA GALMAAWA BURQA DIINI FII DUNIIYARRA FAYYADAMA MANA BARUMSA MADRAASA BAABBIILE.

13/06/2018

Thank you Allah

Qulquullina Barnoota fiduuf qophiin Barsiisa isa Murteysaa fi ijodha.
31/05/2018

Qulquullina Barnoota fiduuf qophiin Barsiisa isa Murteysaa fi ijodha.

Address

Babile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madrasa Babile Elamantary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category