Workina Takele

Workina Takele This page is the best of prosperity party and recive many Information.

24/10/2025
24/10/2025
Guyyaa 18/05/2015WPB Magaalaa Baabbileetti konfiraansii kurmaana 2ffaa sadarkaa hojjeetaa Mootummaatti gaggeeffame.
25/01/2023

Guyyaa 18/05/2015
WPB Magaalaa Baabbileetti konfiraansii kurmaana 2ffaa sadarkaa hojjeetaa Mootummaatti gaggeeffame.

Waxabajjii 30/2014 Bu'uraaleen misoomaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbileetti hojjatamuun Eebbaaf ga'an Imala  biyyattiin gar...
07/07/2022

Waxabajjii 30/2014 Bu'uraaleen misoomaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbileetti hojjatamuun Eebbaaf ga'an Imala biyyattiin gara badhaadhinaatti taasisaa jirtu kan mirkaneessu ta'uu Abbootiin Amantaa fi Jaarsooleen biyyaa Piroojektiilee garaa garaa daawwatan dubbatan.

Magaalaa Baabbileetti pirojaktoonni misoomaa garaa garaa 33 baajata mootummaa fi hirmaannaa ummataa Birrii Miliyoona 54.9 oliin hojjetaman xumuramuun jala bultii eebbaarra jiran jila Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Obbo Kadiir Gannaatiin durfamuun daawwachiifaman.

Magaalichatti hojilee misoomaa xumuramuun eebbaaf ga'an kanneen daandii cirrachaa , Daandii Koobilii, Ijaarsa Daree dabalataa, mana Barnoota Bu'uura boruu ,Magariisuu magaalaa, laandiskeeppii tajaajila m/qopheessaa ,Sheedii IMX, ijaarsa waajjiraalee, bo'oo lolaa hojiilee misoomaa kanneen keessatti argamu.

Hojiileen misoooma hojjetaman kunneen rakkoolee hawaas-dinagdee jiraattota magaalichaa kan furan tahuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Obbo kadiir Gannaa Daawwannicharratti himanii, Mootummaan keenya mootummaa Dhagaa bu'uuraa kaa'ee deemu qofa osoo hin ta'iin mootummaa waan jalqabe xummuruun Riivaayinii muruudha, Iccitiin milkaa'ina keenyaa waldhaga'uu hoggansa jijjiiramaa fi qindoomina hawaasaa keenyaatiis ja'an.
Abbootiin Amantaa fi Jaarsooleen biyyaa Piroojektiilee garaa garaa daawwatan akka dubbatanitti Bu'uraaleen misoomaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbileetti hojjatamuun Eebbaaf ga'an Imala biyyattiin gara badhaadhinaatti taasisaa jirtu kan mirkaneessu ta'uu himuun, Qaamooleen faallaan sochoo'aniifi guddina biyyaarratti gufuu tahan hawaasa hojii misooma hojjatee jiraatu shororkeessu hadheeffannee irratti qabsaa'uu qofa osoo hin taane hordofuun seeratti akka dhiyaatu gochuufis tumsa kamiyyuu ni goona,Imala gara badhaadhinaatti taasisaa jirru milkeessuuf tokkummaafi kutannoon hojjechuu gaafata waan ta'eef guddina Magaalaa biyya isaanii keessatti qooda isaanirraa eegamu ba'uuf kan hojjatan ta'uu dubbatan.

โญ• ๐‡๐จ๐ ๐ ๐š๐ง๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐‚๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐Œ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐“๐š๐š,๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ƒ๐ข๐ข๐ ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‡๐จ๐ฃ๐ฃ๐š๐ญ๐š๐ง ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐“๐š๐ซ๐ค๐š๐š๐ง๐Ÿ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐‚๐ข๐ฆ๐ž๐ž ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Ÿ๐ฎ...
07/07/2022

โญ• ๐‡๐จ๐ ๐ ๐š๐ง๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐‚๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐Œ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐“๐š๐š,๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ƒ๐ข๐ข๐ ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‡๐จ๐ฃ๐ฃ๐š๐ญ๐š๐ง ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐“๐š๐ซ๐ค๐š๐š๐ง๐Ÿ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐‚๐ข๐ฆ๐ž๐ž ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Ÿ๐ฎ๐Ÿ๐š๐š. ๐‡๐ฎ๐ฆ๐ง๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ฎ๐ง ๐Ÿ๐š๐š๐ฒ๐ข๐๐š๐š ๐๐ก๐ฎ๐ง๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐ฃ๐š๐ซ๐š๐š ๐๐ฎ๐ซ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ฆ๐š ๐›๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ข ๐ƒ๐š๐ง๐ช๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐๐š๐š๐ง๐๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Ÿ๐ข ๐ฌ๐ก๐จ๐ซ๐จ๐ซ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐–๐š๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐จ๐ฃ๐ฃ๐š๐ญ๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ. ๐๐ข๐ข๐ง๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ค๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š ๐œ๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐Œ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐๐š๐ฆ๐š ๐›๐ข๐ญ๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐š ๐›๐ข๐ซ๐š ๐†๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž๐ž๐ซ๐š. ๐ค๐š๐ง๐š ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐‡๐จ๐ฃ๐ฃ๐š๐ญ๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ซ๐š. ๐‡๐š๐ง๐ ๐š ๐˜๐จ๐จ๐ง๐š๐š๐ญ๐ข๐ฌ ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ข ๐“๐š๐ซ๐ค๐š๐š๐ง๐Ÿ๐ข๐ข๐ง ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ซ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐š๐ง ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐ข๐œ๐ก๐ข๐ข ๐ฆ๐ข๐ง๐ข๐ฌ๐ญ๐ž๐ซ๐š ๐„๐ญ๐ก๐ข๐จ๐ฉ๐ข๐š ๐ƒ๐ซ ๐€๐›๐ข๐ฒ๐ข ๐€๐ก๐ฆ๐ž๐ ๐‡๐š๐ฌ๐š๐š๐ฐ๐š ๐ก๐š๐ซ,๐š ๐ฆ๐š๐ง๐š ๐ฆ๐š๐ซ๐ข๐ข ๐›๐š๐ค๐ค๐š ๐›๐ฎ,๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐š๐š๐ญ๐š๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐ง๐ข๐๐ก๐š

14/06/2022

Address

Babile

Telephone

+251915181182

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Workina Takele posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Workina Takele:

Shortcuts

Share