Abdi Adem

Abdi Adem fuula Telegraama kenyaa asumaan join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+4qz3kAafglM4NDJk

04/11/2025

Yaa Allah

Yakkaa Amaan Fuulbana 12,2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo-Guutuu Bulchiinsa Ganda Yakkaa Amaanitti mariin Hawaasa...
22/09/2025

Yakkaa Amaan
Fuulbana 12,2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo-Guutuu Bulchiinsa Ganda Yakkaa Amaanitti mariin Hawaasa dhimma barnootaa:
๐Ÿ‘‰Harcaatii barattootaa
๐Ÿ‘‰hafiitii barattootaa
๐Ÿ‘‰orraafanna barattootaa irratti Hawaasaa Ganda Yakkaa Amaan hunda kan hirmaachise bakka IG Paartii Badhaadhina Ganda Yakkaa Amaan Obbo Ahmad Mahammad fi I/A/Bu Ganda Yakkaa Amaan Obbo Masfinee Yawalasheet argamanitti Gaggeefamee jira.

18/09/2025

Waliin BBC World Service โ€“ Reefu deeggartoota isaanii kaโ€™aa jiran keessaa tokko taโ€™uun beekamtii argadheera! ๐ŸŽ‰

"Barattoota bara darbe qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa harki 8.4 dhibbeentaa 50fi isaa  ol galmeessan...
14/09/2025

"Barattoota bara darbe qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa harki 8.4 dhibbeentaa 50fi isaa ol galmeessaniiru" Pirofeesar Birhaanuu Naggaa

Ministirri Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa bu'aa Qormaataa Kutaa 12ffaa seensa Yuunivarsitii ilaalchisuun Miidiyaaf ibsa kennaa jiru.

Barattoota bara darbe qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa harki 8.4 dhibbeentaa 50fi isaa ol galmeessuus ibsan.

Barattoota miliyoona walakkaa ol qoraman keessaa kumni 48 fi dhibba 920 qabxii Yuunivarsiitii isaan galchu argachuus ibsan.

Baga Bara 2017 Nagaan  Xumurtanii Bara 2018 Nagaan Geessan!!! Barri 2017 Akka Fadhees tahu darbeera nagatti!!!Kaaniif Ga...
10/09/2025

Baga Bara 2017 Nagaan Xumurtanii Bara 2018 Nagaan Geessan!!!

Barri 2017 Akka Fadhees tahu darbeera nagatti!!!
Kaaniif Gaarii Kaaniif Hamaa tahuus darbe darbe darbe
Barri 2018 kan itti waan gaarii yaadde itti argattu siif haa tahu!!
Hamtuun sin argin
Gaariin sin darbin
Milkii Milkii Milkii
Bara Gaarii!!!!

10/09/2025

Waliin ForX Entertainment LLC โ€“ Reefu deeggartoota isaanii kaโ€™aa jiran keessaa tokko taโ€™uun beekamtii argadheera! ๐ŸŽ‰

09/09/2025

Waliin Abdi Regasa โ€“ Reefu deeggartoota isaanii kaโ€™aa jiran keessaa tokko taโ€™uun beekamtii argadheera! ๐ŸŽ‰

Address

Aweday

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Abdi Adem:

Shortcuts

Share