Of taa.u gariidha

Of taa.u gariidha

Share

Oromoo

12/03/2022

โค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’š๐Ÿ’šโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’ฏ

29/10/2021
26/10/2021

Mashaa allha joolee qashxii

26/10/2021

Mashaa allhaa joolee qashxii

19/10/2021

โค๐Ÿ’šโค๏ธ
๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

16/10/2021

Addi Biliisummaa Oromoo Onkoloolessa 15, 2021 baaseen, dhangala'uu dhiigaafi
badii lammiilee nagaa Lixa Oromiyaarra qaqqaabaa jiruuf murni Bilxiginnaa Dr. Abiyyiin durfamu itti gaafatamummaa fudhachuu qaba jedhe.

13/10/2021

AMALOOTA DHIPHUUN SAMMUU NAMA BARSIISU
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
Namni dhiphuu sammuun jeeqamaa jiru, dhiphuu isaa irraa hafuura fudhachuuf waantoota baayyee godha. Gochaan kun kan dhugumaan dhiphuu sana hirโ€™isuuf gargaaru taโ€™uu mala ykn kan dhiphuu sana caalaa nama miidhu tahuu mala
Kanneen armaan gadii amaloota badoo dhiphuun nama barsiisuu dha:
๐Ÿ“Œlkooliifi araadoota biroo amaleeffatta
๐Ÿ“ŒDubbii ykn rakkoo ofii baqachuu barta
๐Ÿ“ŒAraada qumaaraa, Marsaa hawaasummaa (social), fiillmii si barsiisa
๐Ÿ“Œ Ija keessa nama ilaaluu baqatta
๐Ÿ“ŒHojii tuttursuu/bubbulchuu barta
๐Ÿ“ŒAraada poornoograafiifi ofiin of gammachiisuu (ma********on)
๐Ÿ“ŒIlkaan qaruu, rifeensa ofii maruu/,buqqisuu qeensa cicciniinuu, hidhii cicciniinuu, quba hodhuu amaleeffatta
Furmaata
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
Dhiphuu sammuu, muddama sammuu yoo dandaโ€™ame jireenya ofii haalaan caasessuun ofirraa ittisuu, kan darbee dhufus dafanii utuu hin hammaatin ogeessa mariisisuun furuun fala filannoo hin qabneedha.
FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU!
By Naa'ol Baacaa
Gorsaalee Fayyaa Kharaa Khamiin
Akka Arkattu Barbaadda?
Filadhuutii Itti Dhihaadhuu
Me Kharuma Salphaan
Arkattaa.
https://t.me/DrmohammedIbrahim

Want your school to be the top-listed School/college in Awash?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Jawee Ko
Awash
MASHAALHAQASHTI