26/07/2025
Õŕómûmãñ Ďhīīğãâ
Orommuumaa
Dhigaa Baga ngy dhuftaan
Follow godha
Waan Ati Barbaaddu
Rabbiin Sin Dhoorkin
08/07/2025
Rakkoon hammaattus, fira ormatti hin hamatani
Hagam yoo cimes, gaaddisa darbu hin qabu firri
Qomookoo yaa qomakoo
Si keessa beeka alaaf golakoo
Qoraannu wal walittii
Abidda taatee bishaan danfisti
Ilkaanni wajjin nyaataa
Gaafa gaafa walitti kaata
Nan obsa atis obsi
Orma jalaa, qaawwa kan keenya dhoksi
Want your school to be the top-listed School/college in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Telephone
Website
Address
���
Awash
Awash