Focus Arsi university

Focus Arsi university Bible study

Eebbifamtoonni mooraa keenyaa guyyaa har'aa sagantaa eebba keessanii rawwachaa jirtan waaqayyo baga isin milkeesse isa h...
22/07/2023

Eebbifamtoonni mooraa keenyaa guyyaa har'aa sagantaa eebba keessanii rawwachaa jirtan waaqayyo baga isin milkeesse isa hafe karaa hundumaan waaqayyo akka isin milkeessu ni amanna baga geessaan congratulations. Yoom iyyuu isiniin boonna,

Guyyaa gaarii qabaadha!

21/07/2023
Far. 23¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯❝¹ Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!² Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gar...
16/07/2023

Far. 23
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
❝¹ Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!
² Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gara laga itti aara galfataniittis na geessa;
³ inni lubbuu anatti in deebisa, maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelaa irra na geggeessa.
⁴ Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in jajjabeessu.❞

15/07/2023

Ittiin eebbifamaa

Halkan guutuu ayyaana yaadannoo Gooftaa keenya ilaalchisuun waaqeffannaan itti fufee Jira Filp. 2⁶ Inni bifa waaqayyumma...
29/12/2022

Halkan guutuu ayyaana yaadannoo Gooftaa keenya ilaalchisuun waaqeffannaan itti fufee Jira

Filp. 2
⁶ Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu, ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin wal isa qixxeessu wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne.
⁷ Inni ulfina sana gad dhiisee, akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate, waan hundumaanis nama ta'ee argame.

Nagaan kottaa isiniin jennaFocus Arsi university
13/05/2022

Nagaan kottaa isiniin jenna

Focus Arsi university

Jaalala kristos ittin isin jaalateen nama jaallachuun isiniif kennameera.
07/03/2022

Jaalala kristos ittin isin jaalateen nama jaallachuun isiniif kennameera.

Egaa karaa Kristos wal gorsuun, jaalala isaatiin wal jajjabeessuun, karaa hafuura qulqulluu tokkummaa qabaachuun, gara-l...
18/02/2022

Egaa karaa Kristos wal gorsuun, jaalala isaatiin wal jajjabeessuun, karaa hafuura qulqulluu tokkummaa qabaachuun, gara-laafinaan namaaf yaaduun nuuf kennameera.
Filp. 2: 1

03/02/2022

Qol. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ Waaqayyo wanta hundumaa karaa isaa ofitti araarse; dhiiga Kristos isa fannoo irratti dhangala'eenis lafa irratti, waaqa irratti nagaa buuseera.
²¹ Isin dur hamaa yaaduu keessaniin, hojjechuu keessaniinis orma, diina Waaqayyoos taatanii turtan.
²² Amma garuu Waaqayyo du'a namummaa ilma isaatiin isin araarsee, warra isaaf qulqullaa'an, warra mudaa hin qabne,warra balleessaa hin qabnes godhee, of dura isin dhaabachiiseera.

09/12/2021

Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne.
Efe. 2: 10

Yesuus buddeena jireenyaati.   Yesuus jireenya ta'u isaa immoo isaaf jiraatani baru malee nama irratti arganii hin baran...
25/08/2021

Yesuus buddeena jireenyaati.
Yesuus jireenya ta'u isaa immoo isaaf jiraatani baru malee nama irratti arganii hin baran
** warri isa amanataan garuu yoom iyyuu gammachuu qabu.
Yesuus wajjiin bara keessan dabarsaa
(Felwoshiph damee fayyaa arsii yunversitii)

Address

Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Focus Arsi university posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category