Abba seena

Abba  seena

Share

Seena oromoo yaa qorannu yaa dubbissnuun dhamsa nama hundaati.

08/08/2025

Jireenyi tooftaadha.

08/08/2025

Awaala fi namaa hin beekne fageenya ta'anii quba itti qaban jedhama.Maaliif?

14/06/2025

Gaarii yoo hojjeette, garumman oltaa. Olmaa gaarii.

29/03/2025

Guyya gaarii.

04/06/2022

Dhakuma boracha hin barbaadne fiashii
Qawwee keeti hin hadhadhee kilaashii.Falmaata Kabbadaa.

19/03/2022

Bolloo nama biraattif qopheessan ofii isaanii itti baduu.Yoo baddaa kan kana caaluutti

19/03/2022

Kitaabni kun eebba akka qopha'e hasa'ama jira. Warra kana qopheessan galatooma jenna.

15/03/2022

Abdii biyya namaa ture dha.maal siitannuree haccee.

05/03/2022

Gootitti,kootattufi qabsooftu teenya Helfineesh Qannoo.Umrii siif haa dheerassuu Waaqni.

03/03/2022

ADWA ...Haccee siiyaddanna.Haccee gaafa barkumee, haccee gaafa masqal addaa-wayi , haccee gaafa Adwa, sii haccee gooni.Haccee jechuun ADWA dha.Bagaa geessan Oromoo martinuu.

Photos from Leta Kenei Aga's post 25/02/2022

Jajjabee barattoota Oromoo.mee sher hidhaatii jajjabbeessa.

Want your school to be the top-listed School/college in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address

Adama
Asella
TADDEE