Wakjira Debala Ch.

Wakjira Debala Ch. Qubeenkoo qubakooti.

የተጠለፈዉ ስልክ ምን ነካቸዉ?
27/10/2024

የተጠለፈዉ ስልክ ምን ነካቸዉ?

የፋኖ የእነ መከታዉ የተጠለፈዉ ስልክ ........ #ከዩቱብ #ዜና

https://youtu.be/EjXJxrljry0?si=8u-g9bpm4oPE_sER
21/10/2024

https://youtu.be/EjXJxrljry0?si=8u-g9bpm4oPE_sER

ቀጣዩ የሃማስ መሪ ማነዉ? ምርጫዉ ትኩረትን ስቧልAs of now, there is no confirmed official successor to Hamas leader Ismail Haniyeh. However, leadership transitions within Ham...

መረጃዎች የሚሉትእዉነት ይሆን መልሱን ከቪዲዮ
20/10/2024

መረጃዎች የሚሉትእዉነት ይሆን መልሱን ከቪዲዮ

ቀጣዩ የእስራኤል ኢላማ መሆናቸዉን እየተነገረ ነዉ

ለዩቱበሮች ጠቃሚ ለአዲስም ለነባርም ማወቅ ያለብን ትልቆቹ ዩቱበሮች የማይነግሩን
22/05/2022

ለዩቱበሮች ጠቃሚ ለአዲስም ለነባርም ማወቅ ያለብን ትልቆቹ ዩቱበሮች የማይነግሩን

ለዩቱብ ጠቃሚ ለነባርም ለአዲስም

25/03/2022

SEEROTA JECHOOTA SAGALEE AFAAN OROMOO
*
Afaan Oromoo barreessanii dubbisuuf seerota heddu kanneen sagalee gara garaa uumantu jiru. Isaanis:
1. Jechoota sagalee gabaabaa
2. Jechoota sagalee dheeraa
3. Jechoota sagalee laafaa
4. Jechoota sagalee jabaa
5. Irra buta
6. Hudhaa (‘)

1. Jechoota Sagalee gabaabaa

Mana, lola, ana, luka, ona, hodhe, mucha, qophe, Shame, tika, olola, gulufa, dhara, uñate, barana, malate, cabaqa, loqoda, ala, Lolate, dabalate, jibicha, qolate, kutate, laga, lafa, gama, muka, bona, Buna, muka, gita, dhara, gosa, Qola, mala, bira, qara, qora, bahe, Gulufa, olola, barana, murate, riqicha, Ragada, ganama, lolate, qolate, Marata, gamana, rukute, barate, Loqoda, cabaqa, simate, labata

Warra sagalee wal-makaa qaban(2)
Kanneen bakka tokkotti gabaabbatanii bakka biraatti ammoo dheeratan.

A) Warra gara duubatiin gabaabbatanii gara fuulduraatiin dheeratan.

Cimaa, qoree, citaa, mishaa, soruu, maruu, hatuu, mamii, badaa, samii, odaa, hamii, qomoo, qaluu, dhuguu, qaluu, maluu, diduu, sobuu, qaroo, qoruu, badii, qoruu, moluu, galii, gadoo, maruu, hiree...

Jechoota armaan olii fakkeenya godhadhuudhaan jechoota shan barreessi.
1.
2.
3.
4.
5.

B) Jechoota gara duubaatiin dheeratanii gara fuulduraatiin gabaabbatan.
Booda, qaama, suufe, soore, Dhiira, gaara, oota, coore, Miira, ciise, maala, fiige, Gaala, nyaate, gaade, Boohe, oode, roobe, qooda, Sooma, soore, Daare, aade, caame, saame, Aare, tuule, eele, reebe...

Jechoota akka armaan olii shan barreessi.
1.
2.
3.
4.
5.

C) Jechoota gara duubaatiin dheeratanii jidduu fi fuulduraan gabaabbatan.
Fiigicha, goofata, soorama, goolaba,
Boorana, goobana, haalama, hoolota,
Laaqana, saamicha, xuuxame, saamame,
Booraye, diigame...

Fakkeenya asiin oliitiin jechoota biroo shan barreessi.
1.
2.
3.
4.
5.

D) Jechoota gara duubaafi fuulduraan gabaabbatanii jiddutti
dheeratan..
Sibiila, bareeda, maraate, sakaale,
Taliila, abaare, areeda, magaala,
Galaana, qaroome, sodaate, madaala...

Fakkeenya asiin oliitiin jechoota biroo shan barreessi.
1.
2.
3.
4.
5.

E) Jechoota gara duubaafi jidduun gabaabbatanii gara fuulduraatiin dheeratan.
Sagalee, simachuu, badaduu, soorachuu,
Murataa, kadhachuu, Qolachuu, qamalee, qamadii, bosonuu...

Fakkeenya jechoota armaan olii irratti hundaayii jechoota biroo shan barreessi.
1.
2.
3
4.
5.

E) Jechoota gara duubaatiin gabaabbatanii jidduufi fuulduraan dheeratan.
Boraatii, magaalaa, maraachuu, haleeluu,
Daraaraa, utaaluu, kajeeluu, Alaabaa,
Xuraawaa, bariisaa, ariitii...

Fakkeenya kanaan jechoota biraa shan barreessi.
1.
2.
3.
4.
5.

G) Jechoota duubaafi fuulduraan dheeratanii jiddutti gabaabbatan.
Boorataa, soolanee, geeraruu,
Baadiyaa, saamunaa, daafamaa...

Fakkeenya kanaan jechoota biroo shan barreessi.
1.
2.
3.
4.
5.
*
Waan dubbistaniif galatoomaa!
Wal haabarsiisnu!
Walirraa haabarannu

@ Waaqjiraa D. Chala - B/saa
https://t.me/waajjuu

Address

Asella

Telephone

+251911544452

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wakjira Debala Ch. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category