Hiriya Graphics

Hiriya Graphics

Share

For Book cover, poster, Banner, sticker, Business card, Logo and etc. you can contact us

16/01/2026

🌟 Aaga Dhagahaa! Yeroo Kamiyyuu caalaa cimnee Debineerra! 🌟

"Hiriyaa Grafiiksiin" hojiwwan maxxansaa kanaan dura ittin Beekamnuun Debinee Jirrra!
🎉 Haala bareedaan baanneroota( cidhaaf, guyyaa dhalootaa, beeksisaa fi ayyaanota adda addaa). haguugii kitaaba(Book cover), positerii, Dizayinii T-shirt, Thumbnail YouTube fi postera piromoshinii miidiyaa hawaasaaf ta'an fi kanbirollee qabannee deebinee jirraa. Dizayinoota keenya adda kan godhu haala isin maamiltoonni keenya nu ajajjaniin akka qalbii nama hawwatuutti kan qopheessinu ta'uu isaati.
💼 Yaada keessan gara hojiitti jijjiiruuf har’a nu qunnamaa!

💬Tajaajila keenya fayyadamuuf nu dubbisuu hin dagatinaa! telegram 👉 YKN

Ergaa kana namooti biroon gahuuf share fi like gochuu hin dagatinaa! Yeroo Gaarii!

24/01/2025

🌟 Aaga Dhagahaa! Yeroo Kamiyyuu caalaa cimnee Debineerra! 🌟

"Hiriyaa Grafiiksiin" hojiwwan maxxansaa kanaan dura ittin Beekamnuun Debinee Jirrra!
🎉 Haala bareedaan baanneroota( cidhaaf, guyyaa dhalootaa, beeksisaa fi ayyaanota adda addaa). haguugii kitaaba(Book cover), positerii, Dizayinii T-shirt, Thumbnail YouTube fi postera piromoshinii miidiyaa hawaasaaf ta'an fi kanbirollee qabannee deebinee jirraa. Dizayinoota keenya adda kan godhu haala isin maamiltoonni keenya nu ajajjaniin akka qalbii nama hawwatuutti kan qopheessinu ta'uu isaati.
💼 Yaada keessan gara hojiitti jijjiiruuf har’a nu qunnamaa!

💬Tajaajila keenya fayyadamuuf nu dubbisuu hin dagatinaa!👉 YKN

Ergaa kana namooti biroon gahuuf share fi like gochuu hin dagatinaa! Yeroo Gaarii!

Photos from Hiriya Graphics's post 28/08/2024

HIRIYA GRAPHICS
🎓 Graduating Soon? Stand Out with a Professionally Designed CV! 🎓
🧑🏽‍🎓Ebbifamtoota baranaatii? CV'n keesaan akka sirriitti bahee mullatuuf dizaayinoota aja'ibaatiin isiniif bareechina!

As graduation approaches, it's time to take the next step in your career! Your CV is your first impression—make it count.

🔹 Why Choose My CV Design Services?

Tailored Designs: Customized to highlight your unique skills and achievements.
Eye-Catching Layouts: Modern, professional, and easy to read.
Fast Turnaround: Get your polished CV ready in no time.
Whether you're applying for your dream job or internship, let your CV reflect the best version of you. Affordable rates for students and recent grads!

📩 DM me to get started and make your CV shine!
HIRIYA GRAPHICS
LOGO
YOUTUBE THUMBNAIL
BOOK COVER
T SHIRT DESIGN
BANNER
SOCIAL MEDIA POSTER
CONTACT US/NU DUBBISA
0943809460

15/02/2024

EEBBA KITAABAA
Kitaabni OROMUMMAA FI SABBOONUMMAA jedhu Ebla 12/2016 ykn April 20/2024 Dubaayitti eebbifama.Kanaaf Ilmaan Oromoo biyya keessaa fi alaa milkaa’ina sagantaa kanaatif tumsa akka nuuf taasiftan waamicha isiniif dhiheessa.Guyyaa kana nu biratti argamuunis kitaaba kana wajjiin akka eebbisnu waamicha Oromummaa isiniif taasisa.na.
Iddaa Jiloo Badhaasoo milkaa'i bro
Via: Abduraman H

Photos from Hiriya Graphics's post 05/02/2024

baga milkoofte
ammoo dizayini barbaaddaniif haala miidhagaa ta'een isiniif hojjachuuf qophiidha

22/12/2023
Photos from Hiriya Graphics's post 20/12/2023

Hojiiwwan keenya kana duraa keessaa.

Book cover
Banner
Logo
Facebook poster
Instagram poster
Any Promotion and advertising
Business card designs
With your ideas in our creativity!

Hiriya Graphics™️

Qola kitaabaa
Baanarii
Poosterii Facebook
Poosterii Instagram
Dizaayinii Biizines kaardii
Fi Dizaayinii Hojii beeksisaa fi promoshiinii kamiyyuu Gatii Madaalawaadhaan

Hiriyaa Graphics™️

28/11/2023

Hiriya Graphics

Photos from Hiriya Graphics's post 26/11/2023

Nurallaa Muraa'ol Dafii nagaan koottu!

Asumaan ammoo dizaayina akkanaatiif nu qunnamu dandeessu.?Hiriya Graphics

Want your school to be the top-listed School/college in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Asella