30/05/2024
Abaa Kenyaa Umrii Nu DHeradhuu baba
Boss
30/05/2024
Abaa Kenyaa Umrii Nu DHeradhuu baba
11/05/2024
Arraba ufii eggachuun barbaachisaadha irra kasaaraan guddaan toltuu hojjatan miizaana hasanaa Nama biroo keessatti arguudha kana hundaan kan nama gahuu arraba
Namni waan dubbatu waan dubbatuufis beekuu qaba
Yaarabbi nutiksi arraba keenya nu egi
10/05/2024
04/05/2024
Sagantaa galateeffannaa arjooma meeyshaa fayyaa Diyaaspooraa dhalattoota galamsootiin taasifame
26/04/2024
Salalahu Aleyii wasalamaa
26/04/2024
Ummanni tokko qusachuuf dura galii qabaachu qaba ,galii argachuuf immoo Omisha isaa akka gabaati dhiyeefate gurguratuuf haallii mijjaawufi qaba ,garuu omisha ummanni qabu akka gabaa keessa bahuuf qaraxa humna olii gaafacha ummata waan nyaate buluuf rakkacha jiru kanaan diqamaan qusadha jechuun Aad-maleedha.
Osuma qabateehu namni baankii tajaajilli itti toletti qusachuu qaba malee baankii namni/qaamni biraa fileefitti qusachu dirqama hin qabu.
22/04/2024
Yabii Garii
17/04/2024
Rabii Bala akka male Nura Ha qabuu