24/08/2022
Masha Allah
- Ruuza Kisha=70
-Pasta Kartona=10
-Bustuta Kartoona=10
-Daqiiqa Kisha = 4
Boqolloo Kuntaala=1
Dargaggoo Gaachana Musliimaa ☪️ Magaalaa Baddeessa
Gargaarsa Miidhaan Nyaata Kana Qabatee
Imaala Isa Gara Ana Odaa Bultum Araddaa Shunqooti Jalqabee jira!! Riyaad Aadam