M/Barumsa korommii sadarkaa 1ffaa

M/Barumsa korommii sadarkaa 1ffaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from M/Barumsa korommii sadarkaa 1ffaa, School, East hararghe, Asebe Teferi.

09/10/2025
04/07/2025

Waxabajjii 27/10/2017 Godina H/Bahaa Aaanaa Meettaa Zoonii Korommii Mana Barumsa galtee Bal'inaa Haala Hoo'a Ta'een Gaggeeffamaa Ooleera.
Ayyanicha irrattis abbootii gadaa, Haadha sinqee, haadhaa fi abbootiin maatii barattootaa irratti argamaniiru.

Ayyaanichiis diraamaa, walaloo, dhiichisaafi faaruu garagaraan faay'ameera.

Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Waxabajjii 13/2017  Dhalootaaf  yaaduun akkana !!Zoonii Korommii Bulchiinsa Ganda Odaa Caff...
21/06/2025

Harargee Bahaa Aanaa Meettaa
Waxabajjii 13/2017
Dhalootaaf yaaduun akkana !!

Zoonii Korommii Bulchiinsa Ganda Odaa Caffee mana Barumsaa Korommii 2ffaatti Sirni Galateeffannaa Fi beekamtii Kennuu Kan Deggersa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaaf taasifamaa Ture Guyyaa Har'aa Bakka Kessummoonii Fi Hirmaattotni Sagantichaa argamanitti Bifa ho'aa ta'een Gaggeeffamaa Ooleera❤️❤️❤️

Address

East Hararghe
Asebe Teferi
092079

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M/Barumsa korommii sadarkaa 1ffaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to M/Barumsa korommii sadarkaa 1ffaa:

Shortcuts

Share

Category