03/07/2024
Peresdanti baratootaa yuuniversity wallagaa kampaasii gimbii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gamtaa sikkoof mandoo yuunivsiitii wallaggaa, College & University, Arsi, Arsi.
03/07/2024
Peresdanti baratootaa yuuniversity wallagaa kampaasii gimbii
Duraan dursee Baga geenye Baga geeysan isniin jechuu barbaada .
Gamtaan Keenya gamtaan baratootaa sikkoof mandoo Akka asitti qofa otoon taane Akka guutuu addunyatti hojiilee bonsaa hojjachaa kan jiru Yoo tahu gamanumaan gamtichi obboleyyan lamaniin socho'aa kan jiru Yoo tahu ammas hojii bonsaa hojjachuun isaa itti fuufeera
Gamanumaan gamtichi eebbifamtootaan congratulations once again Isinii jedheera🏅🏅🏅🏅
03/07/2024
21/02/2024
Abbootii Gadaa Gujii Baallii Roobalee marsaa 75ffaan Odolcha yaaban.
👉Abbaa Gadaa Uraagaa Jaarsoo Dhugoo
👉Abbaa Gadaa Maattii Jaarsoo Aagaa Waree
👉Abbaa Gadaa Hookkuu Gannaallee Aagaa
Gadaan Roobalee Gadaa roobaaf nageeyaati Gadaan Gadaa quufafi gabbinaati!
Kabajamoo baratootaa keenyaa
Gamtaan kun kan sikkoof mandoo qofa miti kan oromoota hundaati