Guji Zone Education Office

Guji Zone Education Office Provid education service

16/01/2025
Beeksisa Qaxarii Barsiisotaa Haaraa
25/10/2021

Beeksisa Qaxarii Barsiisotaa Haaraa

Leenjii itti fayyadama barnootaa raadiyoo mata duree jedhuun abbotti adeemsaa fi ogeeyyii W/B/Aanaalee fi godina Buufata...
23/09/2021

Leenjii itti fayyadama barnootaa raadiyoo mata duree jedhuun abbotti adeemsaa fi ogeeyyii W/B/Aanaalee fi godina Buufata Tamsaasa Barnootaa Yaabellootiin Qopha'e M/Adoolaatti Kennama Jira

Adeemsa TQO barnootaa Godina Gujii gamagama raawwii hojii kurma darban irratti Magaala Adoolaatti marii taasisa jira
18/03/2021

Adeemsa TQO barnootaa Godina Gujii gamagama raawwii hojii kurma darban irratti Magaala Adoolaatti marii taasisa jira

Waajjirri Barnoota Godina Gujii Barattoota Manneen Barnoota Adda(Special Schools) Seenan Fillachuuf Qorumsa Seensa Har'a...
27/01/2021

Waajjirri Barnoota Godina Gujii Barattoota Manneen Barnoota Adda(Special Schools) Seenan Fillachuuf Qorumsa Seensa Har'a(19/05/2013) kenne jira.

Waajjirri Barnoota Godina Gujii guyyaa 07_08/2013tti hojiiwwani kurmaana 2ffaatti raawwataman gabaasa Adeemsalee dhihees...
16/01/2021

Waajjirri Barnoota Godina Gujii guyyaa 07_08/2013tti hojiiwwani kurmaana 2ffaatti raawwataman gabaasa Adeemsalee dhiheessani irraa marii taasisa jira

Gareen Supparvizhinii WBGG gara Aanaa A/Sorraa fi Arda Jiilatti bobba'e manneen barnoota sad.1ffaa.2ffaa fi KG deeggaruu...
25/12/2020

Gareen Supparvizhinii WBGG gara Aanaa A/Sorraa fi Arda Jiilatti bobba'e manneen barnoota sad.1ffaa.2ffaa fi KG deeggaruun gara aanaa itti aanutti ilmaleera.

25/12/2020
Gareen Supparvizhinii WBGG gara A/Girjaatti imale Manneen Barnoota Sad.1ffa lama.sad.2ffaa lama fi KG tokko deeggaruun h...
22/12/2020

Gareen Supparvizhinii WBGG gara A/Girjaatti imale Manneen Barnoota Sad.1ffa lama.sad.2ffaa lama fi KG tokko deeggaruun hojii isa xumura gara A/A/Sorratti imaleera

Gareen Supparvizhinii WBGG bakka saditti qoodamuun aanaalee 12 deeggaruuf guyyaa 12/04/2013 egaluun hojii isaanii itti f...
22/12/2020

Gareen Supparvizhinii WBGG bakka saditti qoodamuun aanaalee 12 deeggaruuf guyyaa 12/04/2013 egaluun hojii isaanii itti fufe jira gareen Aanaa Girjaatti imala manneen barnoota sadarkaa 1ffaa lama Sad.2ffaa tokko fo KG tokko deeggaruun kallatti ka'uun hojii supparvizhi aanaa xumuree gara aanaa A/Sorratti imaleera.

Godina Gujiitti qorumsaa kutaa8ffa nagaan xumuramu isa Ogeessa qorumsaa WBGG Kan ta'an Obbo Wondimaaganyi Lolee Beeksisa...
11/12/2020

Godina Gujiitti qorumsaa kutaa8ffa nagaan xumuramu isa Ogeessa qorumsaa WBGG Kan ta'an Obbo Wondimaaganyi Lolee Beeksisani

Address

Around Adminstration Office
Arsi Negele

Telephone

+251912314854

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guji Zone Education Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Guji Zone Education Office:

Shortcuts

Share

Category