Adunyaan tokko qofa.
Dhugaa owaalameera
Bara kana keessa tokkoof tokko sadii malee lama miti.maali yaa abbaa dhugaa maf nu jalaa calliftee?
Lafa raqaa maaltu dhaqa allaattii fi saree malee.Ani garaa kootiin hin mari'adhu maaltu maraatuu na godhee? yaadni koof garaan koo takkaa waliin hin deemne faallaa malee.enyu laata kan rakkoo qabu.
Biyyi Itoophiyaa kun Gommaa wayii godhatee waan deemaa jirtu nati fakkaatti.
Ol ba'uun dura gadi bu'uun hin caala.
Jirra jirtuu?
01/08/2025
17/09/2022
Ok dhifama gara jireenya maatiittin Gore na eeggaa!!!!
I want free all my poeple
Callisuun gowwummaa miti.dubbachuun beekumsa miti.
Dhugaan owaalameera.sobni liqimseera.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Arjo
YES