27/11/2025
IYYAAFANNOO
Baaratuu Laaliisee SHibiiruu Jedhamti,
Dhalattee Kan Guddatte Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Calliyaa Ganda Biloof Kekuu Keessatti Dha, Mucaa Waggaa 13 Yoo Taatu,
Gaafa 30/10/2016 Mana Barumsaa Amboo Awaaroo Sad 1ffaa kaardi Fudhachuu Deemte osoo manatti Hin Debii'iin hanga yoonaa jirti. Maatiin Lafa Isheen Jirtuu Wallaaluudhan Rakkoo Hamaa Keessa Jiruu Namonni Argitan
Lakk,Bilb, 0927199279
0909311703
Irratti Bilbiluudhan Yoo Nu Beeksiftan
Gatii Dadhabbii Keessani Ni Kanffalla Isiinin
Jedhuu Maatiin !
Adaara keessan Sher Godhaa!!
27/08/2023
28/02/2023
26/01/2023