Abdanneet page

Abdanneet page Love island season

10/11/2024

Ati xiqoo yoo furdattee
Wafiraamii siin jedhu
Xiqqommoo yo huuqqatte
Asqayyaamii siin jedhu

Xiqoommo yo dubbattee
Jarjartuu siin jedhu
Takkammo yo calliftee
Dabbartuu siin jedhu

Dhiqatteemmo yoo baate
Haaraadha siin jedhu
Xiqqoo yo daalachoofte
Daaraadha siin jedhu

Yoo haqa dubbattee
Muudiin qabu jedhu
Yoo fafakkeessitee
Gitan qabu jedhu

Gadi jettee yo hojjatee
Jarjartuu siin jedhu
Calliftee yoo teessee
Rakkattuu siin jedhu

Borcii yoo qabaattee
Baalukkaa siin jedhu
Moofaa yoo uffattee
Faarukkaa siin jedhu"
Maal kun dhaloonni spiriisii?
Wal makaa generation. By B .A

10/11/2024

Today / Sunday Engliz premier league #
Chelsea VS Arsenal
at 1:30 Ethio time
Still know chel 1: 3 Ars be write your ideas all of you

05/11/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

02/11/2024

Check out Sanyi Hache ❣️💓💬Ambo’s video.

02/11/2024
Boriifan Tubi gadi qabuun keessa seenaa Subscribe like godhaa waan ajaa'ibaa tokko dhufuuf jira achirraan isin maatii qo...
11/12/2023

Boriifan Tubi gadi qabuun keessa seenaa Subscribe like godhaa waan ajaa'ibaa tokko dhufuuf jira achirraan isin maatii qofa ta'uun eegaa😍😍👍

Faarfannaa fi viidiyoowwan bashannansiisoo chaanelii kanarratti ni argattu, sher,like& subscribe gochuu hin dagatinaa! 👍

Baga milkoofte Haqne👍♥️♥️♥️
02/10/2023

Baga milkoofte Haqne👍♥️♥️♥️

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdanneet page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Abdanneet page:

Shortcuts

Share