08/03/2023
Yunivarsiitin Ambo barattoota haara bara 2015tiif galmee gaafa guyya 7fi8 akka taasiisu ibsee jira share gochun waliif qoodaa...
Ani sabonadha! Atihoo??
08/03/2023
Yunivarsiitin Ambo barattoota haara bara 2015tiif galmee gaafa guyya 7fi8 akka taasiisu ibsee jira share gochun waliif qoodaa...
08/03/2023
ABBA keenya kanaan ebbifama ...
Halkan gaarii....
25/12/2022
Abba Gaada
30/08/2022
Kan waan hunda dursuu qabu❤💚❤
OROMUMMAN HAA LALISTU...
28/08/2022
Dhiiga haceetu wal isin nyachisaa jira
Hin aftu nii bati gumaan dhiira
Nageenyi badhadha??
no politics
06/06/2021
Birra wal agara!!
31/12/2020
07/12/2020
Haceen du'unsa bay'e nu gaddisisulle.
Karaa birammo nu gammachisu qaba.sababnisaas gootota dur jiran irratti gota bira argannera.
-Namni lubbun jiru seena bareedasa xureessu danda'a.seena xura'aas bareechu danda'a......HACAALU HUNDEESSA ❤💚❤️