Quuqamtoota Bosona

Quuqamtoota Bosona

Share

Bosona Woliin haa baraarruu
Let us save Forest with each other

Photos from Quuqamtoota Bosona's post 13/04/2024

Lattuu tana dhaabnee woliin haa kunuunsinuu!!

Photos from Oromia Communication Bureau's post 16/09/2023

B osonni qabeenya hunda keenyaati, haa baraarruu!!

ደን የሁላችንም ነዉ; እንጠብቅ።

Forest is ours; let us Save it.

30/07/2023

Yaa waaqayyo biyya keenyaaf araarami!

Photos from Oromia Communication Bureau's post 19/07/2023
Photos from Visit Oromia's post 19/07/2023
Photos from Quuqamtoota Bosona's post 08/07/2023

Shifarraa, Shifarraa, Shifarraa Adulaa Goota gaafa xiiqii
Qajeelaa si dhabnee dhiisii
Mul'ata qabdaa abjuu kee
Galmaan osoon gayin maa duutee?

Garaa jabaattee deemtee
Ilmaan kee eessa keettee
Nyaachuu diddee ijoolleen tee
Caqasaa jirtii owwaattuu sagaleen tee

Mi'aawaa akka dammaa
Shifoo koo eessaa argaa
Adii akka aannanii
Sagalee bo'ichaan dhaga'ee
Si waamnaanii

Guyyaan sun osoo bari'uu dhabee
Buna aramachuun sirraa osoo hafee
Rom'itee bootte kan koo dhukaa lafee
Shifoon koo tasuma ba'ee alatti hafee

Yaamamuun kee tasaa sin se'uu
Hiriyaa keetiin maal haa jedhuu
Addunyaa baatee siif bootte osoo laaltee
Al_tokko isaan jalaa osoo owwaattee

Halkanii guyyaa hidhattee
Fixeensaaf aduulle daddee
Teessuma iddoo affeerraa teennaa Fulla'i mee teennee Dibbittuutti si'eennaa
Nuundura taa'i mi'aa gurshaa keetii beennaa!!

Laaqana nyaachuuf si'eegnaa
Maallaqa nuuf fidda dur Shifoo keenyaa
Kaazinaa keenyattuu cabee karatti hafee
Ardaan qabbanaa'ee Shifarraan eessa dhaqee?

Adaa ati ni boqattee daandii kee sirreeffattee
Ganaadha ganna kee yoom leeffattee?
Kichummaadhaan cabdee ati nu duraa
Shifarraa abbaa fi guddisoo nama gumaa
Nagaan turi yoona nuttuu gara kee dhufaa

Want your school to be the top-listed School/college in Adola?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Godina Gujii
Adola