𝗗𝗮𝗮𝘄𝘂𝗱 𝗔𝗵𝗺𝗮𝗱 𝗢𝗳𝗳𝗶𝗰𝗶𝗮𝗹

𝗗𝗮𝗮𝘄𝘂𝗱 𝗔𝗵𝗺𝗮𝗱 𝗢𝗳𝗳𝗶𝗰𝗶𝗮𝗹

Share

Barataa Diinal islaam

10/01/2026

Guyyaa duutan Qabrii Keessatti
Rabbi isin Hin Qixaaxin
😭

10/01/2026

Soomanni Dhufuuf Guyyaa
(39) Qofatu Hafe
Rabbi Nagaadhaan Ittiin Nu
Haa Gahu
🤲

Photos from 𝗗𝗮𝗮𝘄𝘂𝗱 𝗔𝗵𝗺𝗮𝗱 𝗢𝗳𝗳𝗶𝗰𝗶𝗮𝗹's post 28/12/2025

Hordoftootni amantii kiristaanaa gariin duula hijaaba uffachuufi wal uffisuu eegalaniiru. Maashaa Allaah Rabbi isin gaa gargaaru.

Durbee Maariyaam akkanatti haguuggattee akka turte irra deebiin isin yaadachiisuu barbaadna.

Uffannaan kun boodatti hafummaafi dukkana akka hin taaneefi qaroominaafi qajeellummaa akka ta'e sinitti himaa turre. Kanammoo Islaama qofa osoo hin taane amantiin keessanis akka dhugoomsu isinuu ni beektu.

Rabbi isin haa gargaaruu jabaadhaa, bu'aan isaa isin yookaan nu qofaaf osoo hin taane hundaafi. Yoo wanti isin gargaarru jiraate yeroo kamittiyyuu dhimma kana irratti isin gargaaruuf nuti qophiidha.

Daawud Ahmad

17/12/2025

Mucaa kana rabbiin haa fayyisu! Jedhaa mee!

17/12/2025

Milkaahi Rabbiin
Sihaa Milkeessu
🤲

17/12/2025

Osoo Duniyaa kana
irratti Kan Hafamu Ta'ee
Silaa Ergamaa Rabbiitu
Hafa!!ﷺ

13/12/2025
11/12/2025

Namni Salaata Asrii fi subhii
Salaate
Ibidda Hin seenu Jedhan
Ergamaan Rabbiiﷺ

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Zemen?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Jimmaa
Addis Zemen
FACEBOOK