Abreham Hidabusa

Abreham Hidabusa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abreham Hidabusa, Tutor/Teacher, Haqa hin haqaaqamne “Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe. Ho, Addis Alem.

20/05/2026

Dhaamsa....
Waggaa 22 jechuun yeroo qofa miti…
Imimmaan, obsa, arrabsoo, abdii fi amantaa yeroo dheeraatu wal keessa jira.
obsaan aanan goromsaa dhugaa mitiiree! Ani deeggaraa kilabii kamiyyuu miti garuu dhugaa tapha kana irra hubadhe tokko jira.

Kunis Har’a gareen Arsenal F.C. waancaa yeroo dheeraaf dhabe ol kaasuun isaanii, kubbaa miilaa qofa miti; seenaa jireenyaa guddaadha.

Jireenyis akkasuma:
Namni har’a sitti kolfu, abdii si kutachiisuu,bor injifannookee ilaalanii si dinqisiifatu.Namni har’a si tuffatu, bor hojii kee irraa barata.Yeroo baay’ee milkaa’ina jechuun saffisa miti; obsa dha,turtiidha, michoominadha.

Eeyyeen:
1.Kufuun baduu miti
2.Turuun dadhabuu miti
3.Yeroo dheeraa eeguun mallattoo bilchinaafi obsaati.

Kanaaf namni har’a abdii kutate hundi kanarraa haa baratu.
Biqilli har’a hin mul’anne jechuun hiddi isaa du’e jechuu miti.

👇

20/05/2026

Gammachuun biyya lafaa kan yerooti,gooftaatti gammaduun garuu gammachuu barabaraati.
Yeroo hundumaa gooftaatti...
👇

19/05/2026

Hafuurri kubbaa miilaa namoota baay'ee keessaa iyyaa jira🙌
🤦
Hawera ni raftemoo🤔

19/05/2026

Namoonni ayyaanan fayyine nuyi gara cubbuu iyyuu hin dhaqnu warri jedhan otoo duuba isaanii qorattanii dhoqqee jabaa keessa jiru.🤦
Ayyaanan warri fayyaa warra afaanin waa'ee ayyaanaq lallaban miti,warra jireenyaan ayyaana lallaban malee....
Haasan keessan nama ayyaanan fayye dha,duubiin keessan garuu nama ayyaanan fayye miti namumati seera jala jiruuyyuu akkas hin gangalatu.ergaan kun abbaa isaa innuu beeka.
Ayyaanni akka ati odeessitu si godha otoo hin taane ati jiraatu si taasisa.
Ayyaanni lallabaa isa afaanin waa'ee ayyaanaq lallabaa, jireenyaan immoo nama seeraa gadi jiraatu nama godha otoo hin taane humna jireenya hojii gaarii guuteen kan nama jiraachisu dha.
Ayyaanatti hojii gaarii hin daballu malee ayyaanni hojii gaarii akka namni hojjetu nama barsiisa nama jiraachisa.
Yihudaa 1⁴
Of qabaa,of eeggadhaas warri ayyaana dawoo godhatanii hojii namni biyyi lafaa utuu hin hojjenne hojjettan sagalichichumti inni ati lallabde sun sitti faraduuf jira.


👉👇

19/05/2026

Ebisa Bayissa Gameessi keenya akka kanatti dhimma warra jireenya isaaniif yaaduu dhiisanii dhimma dhimma qabu garuu dhimma dhimma isaanii hin taaneef warra maraachaa oolaniif kitaaba isaa keessatti ibseera.
Ani kubbaa laluun cubbuu dha hin jenne garuu akka akka malee inni nama maraachuu kun hafuura hamaa ta'uu hin oolu🤦
Paster Hawera Mideksa yaada qabdaa?

Mee kottaa hojjii hojjedhaa linkii kanaan seenaati qarshii 200 qofaan abbaa carraa Qarshii 50,000 ta'aa.


👉https://t.me/Abbaacarr

19/05/2026

Followers koo naaf guddachuu dide jechuu dhiisi.Amma dafii 🏃🏃
jechun nama comment godhu hundumaa firoomfadhuu dhu.dafaa waliif deebisaa.
👇

19/05/2026

Yooyyaa Akkam bultan 🙌
Maxxansa kana godhaa

Raajii Ararso Gadisa meeqan keessantu beeka?
Meeqan keessantu immoo jaallata? Raajiin Nama jaarraa kana keessa dibamanii ka'an akka ta'e meeqan keessantu beeka.Jechoota dhangaa danuun faayyamanii,nama of irra dhalootaaf jiraachuu jaallatan,nama ejjeennoo sirrii ergama isaanii irratti qaban akka ta'an.....
Waa'ee isaanii ibsa bal'aan yeroo biraan nan kataba.
Warri jaallatan nuuf eebbisaa.Siin jaallanna❤️
Akkasumas Waldaan keenyaa Deebii Dhalootaa Tv W.K.D.H.DH.A.
karaa Tv MO'AA yeroo hundumaa sa'aatii 2:30 irraa kaasee ni darba.

Akkasumas karaa

👉 official
https://youtube.com/?si=ae0pO5znoIydTPgC

👉
https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZS-96UEsHwObkT
fi godhaa

Abreham Hidabusa Filimona Lixa Shaggar Bedaso Geda Ararsa D. Ejersa Taaree Yesuus Eyasu Lemesa Keba Marga Kababa Page Paster Hawera Mideksa Fanta Dame Tuna

19/05/2026

Warra salphina kee eegaa turantu ulfachuu kee arganii galateeffatu.
🙌
Amen
Active add 🫵

18/05/2026


Abbaa carraa marsaa 1ffaa kutaa jirra
Parsentiin 50% Darbineerra 🤲

👉Carraa 1ffaa 50,000
👉Carraa 2ffaa 10,000
👉Carraa 3ffaa 5,000
👉Carraa 4ffaa 2000
qarshii 200 qofaan yaaluu kan feetan Link👇
https://t.me/Abbaacarr
CBE:1000256798666
Telebirr:0924116608
Abreham hidabusa

Dafaa koottaa yaalaa🏃🏃🏃

Wal jijjiiruun of jijjiiruu dha.
Wal jajjabeessuun waliin jabaachuu dha.
Wal taanee Waliin waliif taana.
itti muddaa kabajamtoota Maamiltoota koo 🏃🏃💪
Abreham Hidabusa

18/05/2026

Nama Active jedhu waliin wal firoomfadhaa
🤝

18/05/2026

Dirqamaa beekamaa ta'uuf du'uu ykn cubbuutti kufuu qabanaa yaa sabaa🤦
link
👇

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Alem?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Haqa Hin Haqaaqamne “Fayyinnis Yesus Kristos Duwwaadhaan Malee, Kan Biraatiin Tokko Illee Hin Jiru; Maqaan Kan Biraa, Ittiin Fayyuun Kan Nuuf Ta'u, Waaqa Jalaa Ilmaan Namootaaf Hin Kennamne" Jedhe. Ho
Addis Alem
[email protected]