16/11/2025
Africa has spoken with one voice at the 2025 UN Climate Change Conference (COP 30) in Belém, Brazil and the world has listened. Ethiopia extends its heartfelt gratitude to the African Group of Negotiators for their unanimous endorsement of Ethiopia’s bid to host COP 32 in Addis Ababa in 2027. We are grateful for the opportunity that the Conference of the Parties is giving us to spearhead the collective effort to tackle one of the most daunting challenges faced by humanity. We are honored to be entrusted by the global community with such an important responsibility. This recognition reflects confidence in Ethiopia’s leadership in climate action and its capacity to host major global events.
Ethiopia remains fully committed to delivering a robust and meaningful outcome and inclusive COP 32 that advances collective action against climate change. Building on the momentum of the Second Africa Climate Summit, Ethiopia will continue to champion Africa as a continent of solutions and a committed partner in the global effort for a sustainable future.
24/07/2025
Let's pray for our country!
19/03/2025
Gulantaalee Gadaa Oromoo Booranaa !
=======
1. Dabballee- Sirna Gadaa keessatti sadarkaa jalqabaati. Hojii humnaa hin hojjatan, kunuunsatu taasifamaafi. Wayyuu jedhamuu hin dhaanaman haadhaafi abbaan isaaniitillee ni kabajamu. Mana nama kamiyyuu yoo seenan aannantu kennamaafi. Elellaan godhatu. Eebba barsiifamu. Sadarkaa kanatti ilmoolee re'ee xixiqqoo tiksiti malee hojii hin hojjatan. Guduruu buufachuun gaammee qoratu. Mataa raabaa buufatu.
2. Gaammee Didiqqaa: Sadarkaa kanatti ilmaan eenyuu akka ta'an, gosa, sunsuma, mana, balbala, safuu barsiifamu. Jabbilee loonii tiksuu eegalu.
3. Gaammee Gurguddaa- Sadarkaa kanatti abbootiin isaanii sangaa qopheessuun sangaa qalachuun nyaachisa nyaatu. Goodiyyaaf (sirna sadarkaa gaammee keessaa gara kuusaatti ce'uuti) walitti godaanu. Abbootiin ijoollee hunduu ardaa jilaa Guutoo tti walitti godaanuun galma ciicoo dhaabu. Ijoolleen sadarkaa kana keessatti argan ciicoo isaanii galma Ciicoo keessatti hidhatuun achi bulu. sadarkaa kanatti wal dorgommiitti seenuun abbaa Gadaa ta'uuf dorgomu. Nama abbaa Gadaa ta'u fiixeefi aduloota lallabu. Gaammee buufachuun lallabamtee gara kuusaatti darbu.
3. Kuusa- Sadarkaa kanatti hojiin idilee ramadameefii hojjachuu jalqabu. Gorsaa qabu. Kormaa korbeessa qalu. Galma nadhii dhaaban. Caasaa isaanii diriirfatu. lubni isaanii abbaa qaba. Waggaa waggaan jila jilatu. Goseetti galti, loon qabu, farda qabu. Gara raabomaatti ce'uuf dubra fuudhuun maatiirra adda bahu. Erga dubra fuudhanii booda goorootti godaanuun raaba ta'u.
4. Raaba- Sadarkaa raaboomaatti waggaa waggaan sirba raabomaa sirbu. Ardaa jila qabu. Jila jilatu. Maaldaa naqatu. Gorsaa qabu.
5. Doorii- Sadarkaa kanatti galma dooromaa dhaabuun daannisa muratu. jila jilatu. sirba doorii sirbu. Buttee dhaabuun gara gadoomaatti ce'uuf qophaa'u.Gorsaan addaa ramadameefi gorfamu.
6. Gadaa: Sadarkaa kanatti Abbaa Gadaa ta'uun akkaataa sirni Gadaa jedhuun hawaasa bulchu.
11/03/2025
Waaqayyoon dhugaa ishee haa baasu,,RIP,😭😭😭Keneni Adugna
04/12/2024
OLF (WBO) Finfinnee ከተማን ሙሉ በሙሉ Peacefully ተቆጣጥሯል!!
06/10/2024
Yeroo kirkirri lafaa of eeggannoo sirrii gochuun nageenya kee mirkaneessuuf gargaaruu danda’a. Tarkaanfiiwwan ijoo ilaalamuu qaban tokko tokko kunooti:
Hunda dursa uumaa kee,waaqayyon kadhu!
1. KIRKIRA LAFAA DURA (Before an Earthquake)
I. Karoora Uumuu: Bakka walga’ii fi mala qunnamtii dabalatee miseensota maatii wajjin karoora hatattamaa qopheessuu.
II. Meeshaa Balaa Tasaa Qopheessuu: Bishaan, nyaata, qoricha, ibsaa harkaa, baatirii fi meeshaa gargaarsa jalqabaa of keessaa qaba.
III. Meeshaalee Ulfaataa Qaban: Meeshaaleen manaa, meeshaalee fi faaya ulfaatoo akka hin kufneef dallaa irratti hidhuu.
2. YEROO KIRKIRA LAFAA (During an Earthquake)
Akka hin kufneef harkaa fi jilba keessanitti gadi bu'aa.
Mataa fi qoonqoo kee meeshaa manaa jabaa jalatti ykn dallaa keessaa irratti haguuggii.
Hanga raafamuun dhaabbatutti Itti qabadhu. Yoo meeshaalee manaa jala jirta ta’e qabadhu.
Mana Keessa Turuu: Yoo keessa jirtan achi turuu. Yeroo raafamtu ala hin fiigin, sababiin isaas caccabaa kufee si miidhamuu danda’a.
Yoo Ala Ta’e: Gara bakka banaa gamoo, muka, ibsaa daandii fi wayaa faayidaa irraa fagaatee jirutti ce’i.
Yoo Konkolaachiftan: Bakka nageenya qabutti harkisaa, konkolaataa keessa turuu, akkasumas riqicha ykn daandii olkaʼaa jala dhaabachuu irraa fagaadhaa.
Balbala irraa fagaachuu: Faallaa amantaa namoonni baay’een yaadan, yeroo kirkirri lafaa balbalaan bakka nageenya qabu miti.
3.KIRKIRA LAFAA BOODA (After an Earthquake)
Miidhaa Irra Gahe Ilaaluu: Bakka barbaachisaa ta’etti gargaarsa jalqabaa kennuu fi miidhaa cimaa irra ga’eef gargaarsa barbaaduu.
Miidhaa Ilaaluu: Balaawwan akka gaazii dhangala’uu, ibidda ykn miidhaa caasaa naannoo kee jiru ilaali.
Odeeffannoo Qabaa: Tamsaasa hatattamaa dhaggeeffadhaa, odeeffannoo haaraa fi qajeelfama argachuuf.
https://t.me/GTS2024yd
በመሬት መንቀጥቀጥ ወቅት ትክክለኛውን ጥንቃቄ ማድረግ ደህንነትዎን ለማረጋገጥ ይረዳል። ሊታሰብባቸው የሚገቡ አንዳንድ ቁልፍ እርምጃዎች እዚህ አሉ
ከመሬት መንቀጥቀጥ በፊት
እቅድ ይፍጠሩ፡ የመሰብሰቢያ ቦታዎችን እና የመገናኛ ዘዴዎችን ጨምሮ ከቤተሰብ አባላት ጋር የአደጋ ጊዜ እቅድ ያዘጋጁ።
የአደጋ ጊዜ ኪት ያዘጋጁ፡ ውሃ፣ ምግብ፣ መድሃኒት፣ የእጅ ባትሪ፣ እና የመጀመሪያ እርዳታ መስጫ ያካትቱ።
ደህንነታቸው የተጠበቀ ከባድ ዕቃዎች፡ ከባድ የቤት እቃዎች፣ እቃዎች እና ማስዋቢያዎች እንዳይወድቁ በግድግዳዎች ላይ ያስሩ።
በመሬት መንቀጥቀጥ ወቅት
ከመንኳኳቱ ለመከላከል ወደ እጆችዎ እና ጉልበቶችዎ ጣል ያድርጉ።
ጭንቅላትዎን እና አንገትዎን ከጠንካራ የቤት እቃ ስር ወይም ከውስጥ ግድግዳ ጋር ይሸፍኑ።
መንቀጥቀጡ እስኪቆም ድረስ ይያዙ። የቤት እቃዎች ስር ከሆኑ, ያዙት.
ቤት ውስጥ ይቆዩ፡ ውስጥ ከሆኑ እዛው ይቆዩ። በሚንቀጠቀጡበት ጊዜ ወደ ውጭ አይሮጡ ፣ ምክንያቱም በመውደቅ ፍርስራሾች ሊጎዱ ይችላሉ።
ከውጪ ከሆነ፡ ከህንጻዎች፣ ዛፎች፣ የመንገድ መብራቶች እና የመገልገያ ሽቦዎች ርቆ ወደሚገኝ ክፍት ቦታ ይውሰዱ።
እየነዱ ከሆነ፡ ወደ ደህና ቦታ ይጎትቱ፣ በተሽከርካሪው ውስጥ ይቆዩ፣ እና በድልድዮች ወይም መሻገሪያዎች ስር ከመቆም ይቆጠቡ።
የበር መንገዶችን አስወግዱ፡- ከታዋቂ እምነት በተቃራኒ የበር በሮች በመሬት መንቀጥቀጥ ወቅት በጣም አስተማማኝ ቦታ አይደሉም።
የመሬት መንቀጥቀጥ በኋላ
ጉዳቶችን ያረጋግጡ: አስፈላጊ በሚሆንበት ጊዜ የመጀመሪያ እርዳታ ያቅርቡ እና ለከባድ ጉዳቶች እርዳታ ይጠይቁ.
ለጉዳት ይመርምሩ፡ እንደ ጋዝ ፍንጣቂዎች፣ እሳቶች ወይም መዋቅራዊ ጉዳቶች ካሉ አደጋዎች አካባቢዎን ያረጋግጡ።
መረጃ ያግኙ፡ ለዝማኔዎች እና መመሪያዎች የአደጋ ጊዜ ስርጭቶችን ያዳምጡ።
https://t.me/GTS2024yd
Global Technology School Systems GTS
''A global hub empowering technology-driven innovators to reshape the world.'' GTS
04/10/2024
Kabajamaa Ummata Oromoo,
Baga bacaqii gannaa hofkoltee, booqaa birraatti baate!
Irreechi araara; araara Waaqatu jaalata. Warri wal-lole haaloo qabatee malkaa hinbu’u. Irreechi hormaata-quufa! Irreechi galata! Irreechi lataadha! Lataan margaa kabajaa, jaalalafi hawwii gaarii bakka bu’a. Birraan cehumsa; waan darbe duubatti dhiifnee abdiifi waan haarawatti qulqullummaan ceena. Kanatu duudhaa sabaa keessaa goobanee muldhata. Oromummaanis kana nu barsiise. Irreechi tokkummaadha. Irreechi walooma. Malkaa irreechaarraa namni hafuufi duubatti harkifatu hinjiru. Duudhaan abboonnifi aayyonni keenya guduunfanii nudhaalchisan loogii hinqabu. Namni hundi walqixa; namummaanis nama malee hiikaa hinqabu jedhee dhugeeffata Oromoon. Malkaafi madda Waaqni uumerratti Oromoofi saboonni Itoophiyaa walgahu. Kun obbolummaadha.
Danummaa Oromoon qabu kan uffannaa, kan tolfannaa fi faayaa qofa osoo hintaane, danummaa Itoophiyaan ittiin beekamtutu malkaa irreechaa gubbaatti walgaha. Kun walsimannaafi kabajaa akkasumas hawwii gaarii saboonni biyya keenyaa waliif qaban hawaasa addunyaatti agarsiisa. Obbolummaan keenya jechaan osoo hintaane gochaani; ormarraa dhageenyee osoo hintaane itti dhalanne; ilkaan itti buqqifanne; arrii itti filanne; jireenya keenya. Akka alaa nu ilaalan osoo hintaane; akka isa keessa keenya jirutti tokkummaa sibiilarra cimuun walbira yoo dhaabanne, warra diiggaa keenya farrisaa oolan qaanessuu itti beekna. Seenaa keenyatu kana hima. Oromoon gaafa tokkummaa uumama kaaniin walbira qabee Waaqasaa kadhatu:
“Yaa Waaq:
Ijaartee nundiigin,
Kabaa nunbuqqisin,
Garaa na’uu nu oolchi,
Ijaa boo’uu nu oolchi,
Gargar ba’uu nu oolchi,
Nu dhaabi akka mukaa!!”
jedhee Uumaasaa kadhata. Tokkummaa ititee, dagaagee akka mukaatti lafa qabate Waaqaan naaf kenni jedhee kadhata. Kadhaa kana keessa kan hundaa olii Waaqatu jira; safuutu jira; uumamatu jira. Hariiroo ilmi namaa Waaqa faana, uumama biroo faana qabu kadhaa Waaqaa kana irraa hubanna.
Oromoon dhaha yookaan hennaa bee
10/09/2024
Kun akka qoosatti ilaalamu hin qabu.
Akka oromiyaatti manni barumsa 553 barataa tokko illee hin dabarsine,,, Kun mataa dhukkubbii qofa osoo hin taane qaaniidha,
Hundaafuu qorannoo guddaan adeemsifamu qaba.
Garagalchi-- Tolaa B...(PhD) ..
ዘንድሮ 1,363 ትምህርት ቤቶች አንድ ተማሪ አላሳለፉም
አንድም ተማሪ ያላሳለፉ
👉አዲስ አበባ 4 ትምህርት ቤቶች
👉አፋር 33 ትምህርት ቤቶች
👉 ቤንሻንጉል 36
👉 አማራ 56
👉 ኦሮሚያ 553
👉 ሶማሊያ 156
👉 ትግራይ 52
በሀረሪ ክልል የሚገኙ ትምህርት ቤቶች ሁሉም አሳልፈዋል። ይህ ማለት ሁሉም ተማሪዎችን አይደለም።
ከፍተኛ ውጤት ያስመዘገቡት ሴቶች ናቸው
👉በተፈጥሮ ሳይንስ ካቴድራል ትምህርት ቤት 575/600
👉በማህበራዊ ሳይንስ ኢትዮ ፓረንትስ 538/600
የወንዶች አማካይ ውጤት - 30.66
የሴቶች አማካይ ውጤት - 28
09/09/2024
የ12ኛ ክፍል የፈተና ውጤት
Firii qormaata bara 2016 website kanaa gadiin ilaalaa (halkan keessaa sa'aa 6:00tti)
የ2016 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ተፈታኞች ውጤታቸውን በሚከተሉት የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት የውጤት መግለጫ አማራጮች ከጳጉሜ 4 ቀን ከሌሊቱ 6፡00 ሰዓት ጀምሮ ማወቅ ይችላሉ።
በዚህ መሰረት
1. ፖርታል፡- https://result.eaes.et
2. በቴሌግራም ቦት (Telegram Bot):- https://t.me/EAESbot
3. በአጭር የጽሑፍ መልዕክት (SMS)፡- 6284 ላይ ‘R’ን በማስቀደም የመለያ ቁጥር በማስገባት (ምሳሌ R1234567) መልዕክት በመላክ ውጤትዎን ማወቅ ይችላሉ፡፡ ይህ አማራጭ ኢትዮ ቴሌኮም የሚያስከፍለው መደበኛ የSMS ክፍያ ይኖረዋል።
ከውጤት መግለጫ ፖርታልና ቴሌግራም ቦት ላይ ጊዜያዊ ሰርቲፊኬት ማውረድ ይችላሉ፡፡
EAES - Educational Assessment and Examination Services
06/09/2024
Qaammee 1 : Guyyaa Cehumsaa!
“Hambaa cehumsaa, Horata ifa haaraa”
Itoophiyaan qormaataawwan ishee mudachaa dhufan irratti injifannoowwan galmeessaa milkaa'inotas galtee imalashee taasifachaa ijaaramaa as geesse. Waggoota jahan darban kanas humnoota faallaa imalashee keessaafi alaa qolachaa wareegama ilmaanshee kaffalaniin birmadummaanshee tikfame.
Yeroon kun seenaa keessatti bifa adda ta'een Itoophiyaa hundarraa hundaan hundaaf taatu ijaaruuf sirna bu'ureessuun yeroo hojiin finiinaa jirudha. Kana malees birmadummaa ishee guutuu taasisuuf cabiinsa rogdaneessaafi falli rogdaneessi hojiirra oolfamee gargaaramtummaa irraa gara oomishtumaatti ce'umsi ajaa'ibsiisaan taasifamaa jira. Injifannoofi muuxannoowwan horanne, qabeenyi uumamaafi kuufamni seenaa keenya hambaa ce'umsa horata ifa haaraati!