Naji barsiisaa

Naji barsiisaa TEACHER

The people started to speak loudly!
15/08/2026

The people started to speak loudly!

07/08/2026

‎HUBACHIISA BEEKSISA GALMEE Barsiisota Bu'uura Boruu

‎Ulaagaa Galmee Leenjii Ogummaa Guyyaa 29/11/2018 Maxxanfamee Ture Barsiisummaa Barnoota Bu'uura Boruu ‎Ragaa Barnootaa
‎Dorgomtoonni leenjii ogummaa barsiisummaaf dorgomuu barbaadan ragaa barnootaa tiraaniskiriiptii sadarkaa lamaffaa (kutaa 9-12ffaa) mallattoo dura bu’aa mana barumsaafi ogeessa rikardii chaappaan mirkanaa’e, ragaa kutaa 8ffaa fi sartafikeetii kutaa 12ffaa ittiin xumuran orjinaalaafi koppii qabatanii dhihaachuu qabu.

‎Akkaatuma Kanaan
‎Dorgomtoonni tiraansikiriptii kutaa 9-12 qabxii giddu galeessaan 50% fi ol qabaachuu qabu;
‎Dorgomtoonni barnoota sagantaa sertifikeetiin (12+1) ogummaa barsiisummaa leenji’uuf iyyannoo dhiheeffatan kutaa 12ffaa xumuranii qorumsa seensaa Yuunivarsiitii fudhatan ulaagaa kanaa gadii kan guutan ta’uu qabu:

‎Qabxii dorgommii Bara 2017 Fo’annoo fi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e,
‎Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1)
‎Saayinsii uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 180 fi isaa oli
‎Saayinsii uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli
‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 168 fi isaa oli
‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf #162 fi isaa oli
‎Saayinsii hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dhiiraaf 140 fi isaa oli
‎Saayinsii hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dubaraaf 135 fi isaa oli
‎Qabxii dorgommii Bara 2016 Fo’annoofi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e,
‎ Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) ‎Saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli
‎ saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 150 fi isaa oli
‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 156 fi isaa oli
‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf 150fi isaa oli
‎Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota 130 fi isaa oli
‎Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota dubaraaf 125 fi isaa oli
‎Kaadhimamtoota Barsiisotaa bara 2015 qabxii darbiinsaa sagantaa Seertifikeettii (12+1) qabaatanii dhuunfaan Fo’annoofi Filannoo K/Barsiisotaa bara 2018 dorgomuu danda’an
‎Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) kan bara 2015 qaban

‎Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dhiiraaf 180fi ol,
‎Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dubaraf 180fi 0l
‎Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif dhiira 170fi ol
‎Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif i dubara 170fi ol
‎Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dhiira 160fi ol
‎Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dubara 160fi 0l
‎Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dhiira 150fi 0l
‎Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dubara 150fi ol
Ta'uu hubachiifna.

Carraa Gaarii!!

💙Oromia Education News 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

   Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu( ) Qaban Hundaaf------------BBO- Adoolessa 21/2018 Naannoo Oromiyaatti guyyaan   bara...
02/08/2026


Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu( ) Qaban Hundaaf
------------
BBO- Adoolessa 21/2018 Naannoo Oromiyaatti guyyaan bara 2019 Hagayya 26/2018 hanga Qaammee 5/2018 ta'uu kalaandariin barnootaa bara 2019 irratti ibsamuun ni beekama.
Kanaafuu, Barataan haaraan gara mana barnootaa dhufu hundaa ragaa jireenya isaa guuchifnee akkuma simannu san waraqaan eenyummaan dijitaalaas(Digital ID) qabaachuu qabu.

Haaluma kana bu'uureeffachuun ,Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu (MBBB) daa'imman Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa( ) dhiheeffatanii akka galmaa'an haata'u jechaa, dhimmi kun Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu (Preprimary Schools) qaban hunda/kan dhuunfaa, mootummaafi dhaabbilee adda addaa/ kan ilaallatu ta'uun hubatamuu qaba.
Kanaafuu, /Magaalotaa Magaalotaa hordoffii akka taasiftan isin beeksisaa, maatiin barattootaas deeggarsi daa'immaniif gootan cimee akka itti fufu dhaamsi darbeera.

Daa'imni Barnootaaf Gahe Tokkollee Mana Barnootaa Ala Hinta'u!!
'imman Umriin Isaanii Barnootaaf Gahe Hunda Gara MB Fiduuf Kutannoon Haahojjannu!


💙Oromia Education News 💠

Ali Ahamad 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
23/07/2026

Ali Ahamad 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

23/07/2026
Barattootni_Qormaata_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Darban Kan Bara 2017  Darban Irra Fooyya'insa  7.7% Agarsiise.BBO - Adoolessa...
22/07/2026

Barattootni_Qormaata_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Darban Kan Bara 2017 Darban Irra Fooyya'insa 7.7% Agarsiise.

BBO - Adoolessa 15/2018 Qabxii Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Fooyya'aa Dhufeen Walqabatee Darbiinsi Barattootaa Bara Baraan Dabalaa Dhufeera.

Haaluma kana bu'uureeffachuun barattootni bara 2018 qormaata naannoo xumura barnoota sad. G/G kutaa 8ffaa fudhatan:
214,965 200,123 , 415,088 yoo ta'an,
kan_darban:
- 189,938 (88.40%), - 168,781 (84.3%)
- 358,719 (86.4%) gara kutaa 9ffaa darbaniiru.

Bara 2017 Barattoota Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan:
- 251,120
- 237,338
- 488,458
:
- 205,113 (81.7%)
- 179,388 (75.6%)
- 384,498 (78.7%) gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,

Bara 2016 Barattootni Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan:
- 266,238
- 273,636
- 539,874

Kan darban:
- 203,520 (%76.44)
- 191,173 (69.86%)
- 394,693 (%73.11) kan darban ta'uun ni yaadatama.

Walumaagalatti fooyya'insi qabxii barattoota kutaa 8ffaa waggoota sadi keessatti walitti aansee (bara 2016, 2017fi 2018) galmaa'e bu'aa barachuu barattootaa fooyya'aa dhufe kan mirkaneesse ta'eera.

Dhumarratti, 2016 barattootni 73.11%
2017 barattootni 78.7%fi 2018 barattootni 86.4% qormaata naannoo xumura barnoota sad. Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa darbaniiru.
Kanaafuu, qabxii barattootaa barabaraan fooyya'aa dhufeef keenya galateeffachaa, barattootaa, , caasaan barnootaa sadarkaan jiru, Gumiin Tiraansifoormeeshinii barnootaa(GTB)fi qaamni nageenyaa sadarkaan jiru hunduu milkaa'inni kun bu'aa keessan waan ta'eef Biiroon Barnootaa Oromiyaa isin galateeffateera. Galatoomaa!

!

t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

“We shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!!

22/07/2026
14/07/2026

Jaalalli Mana barumsaa fi barataa hin moofa'u🫶🫶😍

Address

Bole
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naji barsiisaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category