ODAA Network

ODAA Network

Share

New Account

23/08/2025

Waa'ee kutaa Oromiyaa tokkoo waan gaarii dubbachuun gandummaatti fudhatamuu hin qabu.

➔ Harargeen mallattoo jaalalaati yoo jennu kanneen hafan mallattoo jibbaati jechuu miti.

➔ Wallaggi madda hayyootaati yoo jennu warri hafan mandhee doofummaati jechuu miti.

➔ Arsiin gumbii Oromiyaati yoo jennu warri hafan homaa hin oomishan jechuu miti.

➔ Jimmaa biyya bunaa yoo jennu bunni Jimma qofatti biqila jechuu miti.

➔ Boorana hangafa duudhaa fi safuu yoo jennu warri hafan duudhaa fi safuu hin qaban jechuu miti.

➔ Shawaa biyya Gootaa yoo jennu warri hafan Goota hin qaban jechuu miti.
➔ Gujii biyya Warqii yoo jennu warri hafan warqii hin qaban jechuu miti.

Kutaalee biroo itti guutaa

Wanti hunduu sadhata. Waan rakkoo hin taane rakkoo hin godhinaa. yeroo dubbattan ilaalcha keessan sirreeffadhaa!

Qunceen wal gargaartee Arba hiiti akkuma jedhamu kutaaleen kunniin walitti idaa'amanii Oromiyaa midhagduu, badhaatuufi bal'oo jechisiisu.

Index - CBE Job Application 07/08/2025

Baankii Daldalaa Itoophiyaa

Gita hojii: Patient Treatment Officer

Galmeen: Online (https://vacancy.cbe.com.et)
Galmeen:1-7/12/2017

::::
Maxxansi itti aanu akka isin qaqqabuuf fuula fb fi tg kiyya kana gochuun maatii ta'aa. ቀጣይ መረጃ በየግዜው ለማግኘት ይህን የፌስቡክ ገፅ እና የቴሌግራም ቻናል Join በማድረግ ይከታተሉ።

Join our telegram channel below
https://t.me/odaaoroo

Karaa FACEBOOK kiyyaa na hordofuun beeksisoota dhaabbilee garaa garaa argadhaa.

Fb kiyya Follow gochuun maatii ta'aa.

Index - CBE Job Application

Photos from ODAA Network 's post 05/08/2025

Dhaabbatni Humna Ibsaa Itiyoophiyaa(Ethiopian Electric Power) qormaata barreeffamaaf Hagayya 06-07, 2017 dorgomtoota waamuu irratti argama.
Maqaa keessan sirriitti ilaalaa akkasumas hiriyoota keessaniif qoodaa, (share) godhaa isiniin jenna.

1) Junior Mechanical Engineer- Hagayya 06, 2017 EC
2) Junior Mechanical Engineer- Hagayya 07, 2017 EC


https://t.me/odaaoroo

01/08/2025

Ethiopian Airlines new trainee vacancies in 0 years 4000+ positions
▪️🚩Big Opportunity🎴Ethiopian Airlines🎴

▪️Job Position 1 - School of Marketing/SOM/Trainee
▪️Job Position 2 - Trainee Cabin Crew
▪️Job Position 3 - Trainee Pilot
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/ethiopian-airlines-july-31-25/

▪️🚩Registration Date: August 11 - august 15/2025
To apply

Photos from ODAA Network 's post 01/08/2025


Barattoonni eebbifamtoota bara kanaaf. Itti aansuun dhamaatii keessan hanga fiixaan baastanitti humna keessan guutuu waan qulqullina qabuun akka sochootan jechaa. Itti fufuun Job vacancy kamirrattuu waan dhaabbanni sun isin gaafatu hunda qulqullinaan 100% eenyummaa keessan isa qulqulluun akka dhiyaattan jenna.
Dhaabbatni kamiyyuu nama ta'e irraa waan barbaada. Ilaa akkuma CGPA kee fi exit exam result kee si fayyadu, CV ati qopheeffattu baayyee akka si fayyadu beekuun barbaachisaadha.

Warri hojjechiifachuu barbaaddan nu quunnamuu dandeessu.
Gatii baayyee madaalawaa qofa

Karaa nu quunnamuu dandeessu akkasumas

karaa telegram: https://t.me/odaaoroo telegram username:

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa