Sudeesi jaaloo

Sudeesi jaaloo Toltuutti wal ajajanii hamtuuraa waldhorkuun Rabbi bratti jaalatamaadha

08/06/2026
29/05/2026

Balaan gochi suukanneessaan daandii Hararghe-Adaamaa fi Finfinnee jidduutti konkolaachiftoota jimaa irratti raawwatamu kun dhimma hatattamaan furmaata argachuu qabu. Dhimmi kun furamuu baannan rakkoo nageenyaa fi diinagdee kanaan dura mul'atee hin beekneefii hawaasa baha Oromiyaa guutuu irratti kufaatii diinagdee fida.
Gocha suukanneessaa fi saamichaa daandii kana irratti raawwatamaa jiru kanaaf caasaan nageenyaa fi mootummaan hatattamaan furmaata akka kennan, daandii daldalaa kana nagaa gochuun lubbuu lammilee akka eegan jabeessinee gaafanna!

29/05/2026

Kan du'aa jiru nama dhuunfaa osoo hin taane haawasa baha Oromiyaa guutudha. Ummanni Baha Oromiyaa kan jiraatun jimaa kana. Gaafa jimaa isaa magaalatti dhiyeeffatuu dadhabe jireenya isaa maalin geggeeffata? Miskiinnii ilmaan isaa maalin guddifata? Kanaaf kun hawaasa Harargee balleessudha. Shufeera ajjeesun hawaasa ajjeesudha.
Warra du'aniif jannata, maatifii firoottaniif sabriii Rabbi haa kennuuf.

Address

Waste Harargee
Addis Ababa
12

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sudeesi jaaloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share