Bethel Academy and kindergarten school

  • Home
  • Bethel Academy and kindergarten school

Bethel Academy and kindergarten school A Place of Dream, Promise and Blessing.

28/05/2026

Manni barumsaa keenya karaa addaa addaatiin arjooma gosa addaa addaa kennuun beekamaadha fakkeenyaaf waggoottan Arfaan darbaniif barattoota mana barnootaa Burqaa Jaatoo 550 ta'aniif guyyaa guyyaan nyaata dhiheessaa ture. Hanqinaa nyaataa irraan kan ka'e barumsa barachuuf barattoota rakkachaa turanif nyaata dhiheessaa jiraa . Amma immoo magaalaa Bareedaa Aanaa Saasiggaa jalattii argamtu irratti waggoota 9 darbaniif namoota naannoo sana irra jiraniif midhaan gosa addaa addaa kennaa ture. Bara kana immoo guyyaa gaafa 12/09/18 namoota 200f midhaan 50kg tokkoon tokkoon isaaniif akkasumas qarshii 200 waliin kennee jiraa. "Namni hiyyeessaaf arjaa ta'e Gooftaaf ni liqeessa, innis hojii isaaf in deebisa" nus kana jechaa akka mammaaksi jedhutti ''Qunceen wal gargaartee arbaa hiiti'' kanaafuu hundumttii keenya wal gargaarree waan qabnuun uummata keenya bira dhaabbachun dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu.

Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti abbaa qabeenyaa mana barumsaa Bethel Academy Obbo Tasfaayee Wadaajootiin sagantaan nyaat...
10/10/2025

Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti abbaa qabeenyaa mana barumsaa Bethel Academy Obbo Tasfaayee Wadaajootiin sagantaan nyaata barattootaa mana barumsaa Burqaa Jaatoo sadarkaa tokkoffaatti jalqabameera.
waggoota sadan darbanitti barattootaaf nyaata dhiyeessuun barattootni yaaddoo malee barnoota isaanii qofa irratti xiyyeeffachuun baratanii akkuma qabxii olaanaa fidan bara kanas barattoota 550 nyaachisuuf qophii ta'uu ibsaniru. Abbootiin qabeenyaa kanneen biroos fakkeenyummaa kana fudhachuun akka hojjetan waamicha dhiyeessanaa

በአንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤት በቡርቃ ጃቶ የተጀመረው የተማሪዎች የምግብ ፕሮግራም በነቀምት ከተማ አስተዳደር ውስጥ ባለው የቤተል አካዳሚ ትምህርት ቤት ባለቤት በአቶ ተስፋዬ ወዳጆ ተጀምሯል።
ባለፉት 3 ዓመታት ውስጥ በየዓመቱ ከ500 በላይ ተማሪዎችን በመመገብ ተማሪዎቹ ያላቸውን ጉድለት በመሸፈን በትምህርታቸው ብቻ ተመስጦ በጥሩ ውጤት እንዲያገኙ ድጋፍ አድርጓል። በዚህ ዓመትም 550 ተማሪዎችን ለመመገብ እንደተዘጋጀ አሳወቁ ። ሌሎችም ባለሃብቶች ይህንን ምሳሌ በመከተል እንዲሠሩ ጥሪ ተደርጓል።

Qormaata biyyoolessaa 2017 manni barumsaa keenya akkuma beekamu qabxii guddaa 560 galmeessisuun seenaa itti fufsisneerra...
15/09/2025

Qormaata biyyoolessaa 2017 manni barumsaa keenya akkuma beekamu qabxii guddaa 560 galmeessisuun seenaa itti fufsisneerra.
52 qormaata fudhatan keessaa:

Barattoonni 11 qabxii 500 ol fidaniru.
Barattoonni 31 qabxii 400 ol fidaniru.
Barattoonni 10 qabxii 369 ol fidaniru.

Barattoonni hundinuu parsenta 100% dabaran.
Congratulations to all Bethel Academy family we have achieved the greatest score as usual 560 more achievement more success to come Congratulations 🎊

Qormaata biyyoolessaa 2017 manni barumsaa keenya akkuma beekamu qabxii guddaa 560 galmeessisuun seenaa itti fufsisneerra...
15/09/2025

Qormaata biyyoolessaa 2017 manni barumsaa keenya akkuma beekamu qabxii guddaa 560 galmeessisuun seenaa itti fufsisneerra,barattotaa 52 qormaata fudhatan hundumaa parsantaa 100n dabarseera
Congratulations to all Bethel Academy family we have achieved the greatest score as usual 560 more achievement more success to come Congratulations 🎊

09/08/2025

Nama uummata isaaf dhimmu. Mana barumsaa Beetel Akkaadaamii Naqamtee Uummata keenya magaalaa Naqamtee balaa lolaan buqqaa'aanii jiraniif guyyaa har'aa gaafa 03/12/17 irraa eegalee buufata sadii irratti ganama ganama Namoota baayyinni isaanii 300 taa'an ciree nyaachisuu eegaleera. Hojiin gaariin kun hanga isaan dandammatanii qee'ee isaaniitti deebi'anitti kan itti fufu ta'uu waadaa galaniiru. Uummata ofiif jiraachuun akkasi.Nama gargaaruuf nama ta'un qofti gaa'aadha!

Eid al-fitr celebration at Bethel Academy School  with our muslim families EID MUBAREK once again. A unity of love is po...
03/04/2025

Eid al-fitr celebration at Bethel Academy School with our muslim families EID MUBAREK once again. A unity of love is possible. BETHEL A PLACE OF DREAM, PROMISE AND BLESSING.

18/03/2025

Manni barumsaa keenya karaa addaa addaatiin arjooma gosa addaa addaa kennuun beekamaadha fakkeenyaaf waggoottan sadan darbaniif barattoota mana barnootaa Burqaa Jaatoo 450 ta'aniif guyyaa guyyaan nyaata dhiheessaa ture. Hanqinaa nyaataa irraan kan ka'e barumsa barachuuf barattoota rakkachaa turanif nyaata dhiheessaa jiraa . Amma immoo magaalaa Bareedaa Aanaa Saasiggaa jalattii argamtu irratti waggoota 8 darbaniif namoota naannoo sana irra jiraniif midhaan gosa addaa addaa kennaa ture. Bara kana immoo guyyaa gaafa 03/07/17 namoota 200f midhaan 50kg tokkoon tokkoon isaaniif akkasumas qarshii 200 waliin kennee jiraa. "Namni hiyyeessaaf arjaa ta'e Gooftaaf ni liqeessa, innis hojii isaaf in deebisa" nus kana jechaa akka mammaaksi jedhutti ''Qunceen wal gargaartee arbaa hiiti'' kanaafuu hundumttii keenya wal gargaarree waan qabnuun uummata keenya bira dhaabbachun dirqama lammummaa keenyaa haa baanuu.

Bethel academy 4th batch succesfully graduated from Black lion specialized Hospital with DOCTOR OF MEDICINE. CONGRATULAT...
01/03/2025

Bethel academy 4th batch succesfully graduated from Black lion specialized Hospital with DOCTOR OF MEDICINE. CONGRATULATIONS to all 6 graduates and to Bethel academy family..More success to come BETHEL a Place of Dream, Promice and Blessing💪

Mannii barumsaan Beetel Akkaadaamiin Barattotaa isaa batch 4ffaa turaan Hospitaala Black lion irraa Gosa barumssaa DOCTOR OF MEDICINE jedhamuun Barattotaa isaa kan turraan 6 milkaa'inaan eebbisisseraa . Eebbifamtoota hundaaf akkasumas maatii beetel akaadaamii baga gammaddan..Milkaa'inni dabalataa dhufuuf ....BETHEL a Place of Dream, Promise and Blessing💪

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bethel Academy and kindergarten school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your school to be the top-listed School/college?

Share