ODOR ART School

ODOR ART School

Share

Where Passion Merge Perfection

14/04/2025

Derara Kefani Branch
Amboo

13/04/2025

Announcement
ODOR ART School
Jiraattotaa Magaalaa Amboofi naannoo ishee maraa!
Dhaabbanni Leenjii aartii 'ODOR ART SCHOOL' Magaalaa Ambootti leenjiiwwan:-
*Taatummaa/Acting
*Qajeelchummaa/Directing
*SinimaatoogiraafiiCinematography fi
*Moodelingii barsiisuuf haal duree xumuree waan jiruuf namoonni barachuuf fedhii isaa qabdan Bitootessa 06/2017 irraa eegaluun yuunivarsitii Koollejjii Odaa Bisilitti qaamaan argamuun akka galmooftan kabajaan isin beeksifna!
Horaa deebanaa!
Odeeffannoo dabalataatif
+251915528802
+251920530200
+251917203493

Photos from ODOR ART School 's post 12/04/2025

ODOR ART School
Well come to the team
Ayu Regassa

04/04/2025

ODOR ART School
Directing class content
Qabiyyee barnoota qopheessuu/ Directing

03/04/2025

ODOR ART School
Acting class content
Qabiyyee barnoota taatummaa

02/04/2025

Announcement
ODOR ART School
Oduu Aagaa!
Dhaabbanni leenjii aartii 'ODOR ART ACADAMY' leenjiiwwan aartii ogeessota muuxannoo oogummichaa qabaniifi gameeyyii ta'aniin, damee 'Eda'oo Boruu' Magaalaa Moojoo keessatti ogummaawaan:-
Taatummaa/Acting
Qajeelchummaa/Directing fi
Shubbisa / dance
Barsiisuuf galmee banee, karra saaqee isin gahoomsee abjuu keessan milkeessuuf haal-duree hunda xumuree isin eegaa jira. Maarree barachuuf kanneen fedha qabdan waamicha isiniif taasisa.
Bakki galmee Hootela Roobsan bitootessa 25 hanga 30 tti yommuu ta'u bakki qabnuu daanga'aa waan ta'eef itti hirmaadhaan dhaamsa keenya.
Odeeffannoo dabalataatif
Oftane F Henk
Leencoo Gammachuu
Lookoo Warra Jiillee
Addis Bochee
Gabbisayyoo K Galataa
Qabbo Mulugeetaa
Kefale Aga

Photos from ODOR ART School 's post 30/03/2025

Our teachers
ODOR ART School
Edao Boru Branch (Mojo)

Photos from ODOR ART School 's post 30/03/2025

Our teachers
ODOR ART School
Derara kefani Branch

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Oromia
Addis Ababa

Opening Hours

Tuesday 08:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00